Ittiin Baafata
Waxabajjii 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
ADOOLESSA 30, 2012–HAGAYYA 5, 2012
Yihowaan ‘Wanta Dhokataa In Mulʼisa’
FUULA 7 • FAARFANNAA: 37, 20
HAGAYYA 6-12, 2012
Yihowaan Wanta “Dafee Taʼuun Irra Jiru” Mulʼiseera
FUULA 14 • FAARFANNAA: 43, 54
HAGAYYA 13-19, 2012
Tajaajila Yihowaatiif Dursa Kennuu Kan Qabnu Maaliifi?
FUULA 20 • FAARFANNAA: 10, 45
HAGAYYA 20-26, 2012
‘Hafuura Qulqulluudhaan Geggeeffamaniiru’
FUULA 25 • FAARFANNAA: 37, 1
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 7-18
Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu wantoota gara fuulduraatti biyya lafaarratti raawwataman beekuuf si gargaaran kamfaʼi? Matadureewwan kun raajiiwwan waaʼee bifa fakkeenya namaa guddaa Macaafa Daani’el boqonnaa 2rra jiruufi waaʼee bineensichaafi bifa fakkeenyaasaa Mulʼata boqonnaa 13fi 17rratti ibsamee qoru. Waaʼee gara fuulduraa wanta Macaafni Qulqulluun ibsu hubadhu.
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 20-24
Kiristiyaanni cuuphame tokko jireenyasaa keessatti fedha Waaqayyoo dursuuf waadaa galeera. Murtoon tajaajiltoonni Yihowaa durii isaaf bulan godhan akkaataa yeroo, humnaafi qabeenya keenya itti fayyadamaa jirru qoruuf nu kakaasuu dandaʼa.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 25-29
Matadureen kun barreessitoonni Macaafa Qulqulluu ‘hafuura qulqulluudhaan geggeeffamuusaanii’; akkasumas Macaafni Qulqulluun Waaqayyo biraa akka dhufe mirkanaaʼaa kan taanu maalif akka taʼe ibsa. (2 Phe. 1:21) Akkasumas wanta dinqisiifannaa Caaffata Qulqullaaʼoodhaaf qabnu eegnee jiraachuuf nu gargaaru addeessa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 “Iccitii” Tajaajila Keenyarraa Baranne
12 Mootota Saddeettan Mulʼatan
30 Ogeessa Taʼi—“Qajeelfama Sirrii” Argachuuf Yaali
32 Gaarummaan Aarii Qabbaneessaa
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Hanga dandaʼame namoota hedduudhaaf dhugaa baʼuuf bakkaafi haala addaddaatiin lallabama. Kunimmoo Daaminiyoon Saaduwaa keessatti gabaa bishaanirratti lallabuu kan dabalatudha.
TAAYILAANDI
BAAYʼINA UUMMATAA
66,720,000
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
3,423
QAJEELCHITOOTA
824