Ittiin Baafata
Muddee 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
AMAJJII 28, 2013–GURAANDHALA 3, 2013
Jireenya Keessatti Milkaaʼina Dhugaa Argachuu
FUULA 4 • FAARFANNAA: 48, 45
GURAANDHALA 4-10, 2013
Isin Hojii Adeemsiftoota Amanamoodha!
FUULA 9 • FAARFANNAA: 31, 43
GURAANDHALA 11-17, 2013
‘Keessummaa Taʼuudhaan Jiraadhaa’
FUULA 19 • FAARFANNAA: 16, 40
GURAANDHALA 18-24, 2013
Warri ‘Keessummaa Taʼanii Jiraatan’ Waaqeffannaa Dhugaatiin Tokko Taʼaniiru
FUULA 24 • FAARFANNAA: 50, 53
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 4-13
Jireenya keessatti milkaaʼina dhugaa argachuu jechuun maal jechuudha? Matadureewwan kun deebiin sirrii taʼe haala biyyi lafaa milkaaʼina itti ilaalurraa adda akka taʼe ibsa. Milkaaʼina dhugaa argachuuf, Waaqayyoof amanamaa taʼuufi itti gaafatamummaa inni nuu kennu fudhachuun akka nu barbaachisus ni ilaalla.
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 3, 4 FUULA 19-28
Kiristiyaanonni dibamooniifi ‘hoolonni kan biraan’ hidhatasaanii taʼan, ‘keessummaa taʼanii kan jiraatan’ akkamitti? (Yoh. 10:16; 1 Phe. 2:11) Matadureewwan kun deebiiwwan gaaffii kanaa kan nuu ibsan siʼa taʼu, kutaa obboloota addunyaa maraa taanee tokkummaadhaan lallabuuf murtoo goones nuu jabeessu.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 Macaafa Qulqulluutti Karaa Sirrii Hin Taaneen Hin Fayydaminaa
18 Ni Yadattaa?
29 Masaraa Eegumsaa Aaan Salphaa Taʼeen—Qopheessuun Kan Barbaachise Maaliifi?
32 Baafata Mataduree Masaraa Eegumsaa 2012
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Dhugaa Baatonni Kooriyaa Kibbaatti argaman 100,000 ni caalu. Siyaasa keessa waan hin galleef, akkasumas namootarratti meeshaa waraanaa kaasuu waan didaniif hedduunsaanii hidhamaniiru. Bakkuma jiran sanattillee taanaan xalayaa barreessuudhaan akka gaariitti dhugaa baʼuuf carraaqu
KOORIYAA KIBBAA
BAAYʼINA UUMMATAA
48,184,000
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
100,059
OBBOLOOTA WAGGAA DARBE MANA HIDHAA TURAN
731
JIʼATTI SAʼAATII ISAAN TAJAAJILARRATTI DABARSAN
9,000