Ittiin Baafata
Guraandhala 15, 2013
© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.
MAXXANSA QAYYABANNAA
EBLA 1-7, 2013
FUULA 3 • FAARFANNAA: 11, 28
EBLA 8-14, 2013
Dhaala Hafuuraa Keenya Ni Dinqisiifattaa?
FUULA 8 • FAARFANNAA: 22, 28
EBLA 15-21, 2013
Dachaa Yihowaan Eegumsa Itti Godhu Keessaa Hin Baʼinaa
FUULA 17 • FAARFANNAA: 49, 16
EBLA 22-28, 2013
Homtinuu Ulfina Argachuu Isin Hin Dhowwin
FUULA 25 • FAARFANNAA: 15, 29
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Kun Dhaala Hafuuraa Keenyadha
▪ Dhaala Hafuuraa Keenya Ni Dinqisiifattaa?
Dhaalli hafuuraa Dhugaa Baatonni Yihowaa qaban warri gurguddaan matadureewwan kana keessatti ibsamaniiru. Matadureewwan kun, Waaqayyo Dubbiisaatiif akkamitti eegumsa akka godhe, namoota maqaasaatti fayyadaman akkamitti akka eebbise, akkasumas dhugaan hafuuraa inni amantii dogoggoraarraa nu eegu hamma yoonaatti akka jiraatu kan godhe akkamitti akka taʼe ibsu.
▪ Dachaa Yihowaan Eegumsa Itti Godhu Keessaa Hin Baʼinaa
Matadureen kun dachaan eegumsaa Zakaariyaas 14:4rratti caqasame maal akka taʼeefi dachaa sana keessa turuu kan qabnu maaliif akka taʼe ibsa. Akkasumas bishaan jireenyaa Zakaariyaas 14:8rratti ibsame maal akka taʼeefi bishaan sana dhuguun nuuf maal jechuu akka taʼe addeessa.
▪ Homtinuu Ulfina Argachuu Isin Hin Dhowwin
Matadureen kun, ulfina Yihowaan namootaaf kennu akkamitti argachuu akka dandeenyu ibsa. Kana malees, wanti ulfina kana akka hin arganne nu gochuu dandaʼu maal akka taʼeefi ulfina Waaqayyoo barbaaduu itti fufuun keenya, akkamitti warra kaan gargaaruu akka dandaʼu ibsa.
MATADUREEWWAN DABALATAA
13 Eegduun Mana Mootummaa Dhugaa Dhagaʼe
22 Akeeka Garaa Keessanii Eeggadhaa
30 Miseensa Maatii Qayyaafaa Turte
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Babalʼistuun kaaba dhihaa Naamiibiyaatti argamtu tokko, dubartii Himbaa saba horisiisee bulaa taʼe keessaa dhufte tokkoof yommuu lallabdu. Dubartoonni Himbaa biyyoo diimaa dhagaa daakamerraa argamuufii wanta garabiraa walitti makanii rifeensaafi qaamasaaniitti dibatu
NAAMIIBIYAA
LAKKOOFSA UUMMATAA
2,373,000
BABALʼISTOOTA
2,040
QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU
4,192