LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w13 11/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
w13 11/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Sadaasa 15, 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania.

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

MUDDEE 30, 2013–AMAJJII 5, 2014

‘Dammaqinaan Kadhadhaa’

FUULA 3 • FAARFANNAA: 51, 54

AMAJJII 6-12, 2014

‘Waaqayyoon Eeggachuu’ Kan Dandeenyu Akkamitti?

FUULA 10 • FAARFANNAA: 20, 32

AMAJJII 13-19, 2014

Geggeessituu Torbaafi Gurguddaa Namaa Saddeet—Nuuf Hiika Maalii Qabu?

FUULA 16 • FAARFANNAA: 43, 42

AMAJJII 20-26, 2014

Tiksitoota Yihowaan Muudeef Abboomamaa

FUULA 21 • FAARFANNAA: 43, 31

AMAJJII 27, 2014–GURAANDHALA 2, 2014

Tiksitoota Kan Taatan Fakkeenya Tiksitoota Hunda Caalanii Hordofaa

FUULA 26 • FAARFANNAA: 5, 25

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ ‘Dammaqinaan Kadhadhaa’

Yeroo sirni Seexanaa inni hamaan baduu jala ga’e kanatti, karaa hafuuraa akka hirribni nu hin fudhanne of eeggachuun keenya baay’ee barbaachisaadha. Matadureen kun, yeroo hunda kadhachuun dammaqoo ta’uuf kan nu gargaaru akkamitti akka ta’e ibsa.

▪ ‘Waaqayyoon Eeggachuu’ Kan Dandeenyu Akkamitti?

Mataduree kana keessatti, obsa Miikiyaas raajichi argisiiserraa barumsa akkamii akka argannu qoranna. Mallattoowwan yeroon Yihowaan sirna hamaa kanarratti tarkaanfii itti fudhatu akka dhihaate argisiisan maalfaa akka ta’an baranna. Akkasumas obsa Yihowaatiif dinqisiifannaa argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ilaalla.

▪ Geggeessituu Torbaafi Gurguddaa Namaa Saddeet​—Nuuf Hiika Maalii Qabu?

Seenaan waa’ee Senaaheriib bara Hisqi’elitti Yerusaalemirratti miidhaa geessisuusaa ibsu barumsa nuuf ta’u qabateera. Yaanni mataduree kana keessatti ibsame keessumaa obboloota gumii keessatti hojii tikaa raawwataniif hiika adda ta’e kan qabudha.

▪ Tiksitoota Yihowaan Muudeef Abboomamaa

▪ Tiksitoota Kan Taatan Fakkeenya Tiksitoota Hunda Caalanii Hordofaa

Matadureewwan kana keessaa inni jalqabaa, karaa Yihowaafi Yesus hoolotasaanii warra lafarratti argaman itti kunuunsan kan ibsu si’a ta’u, hoolonnis eegumsasaaniitiif deebii akkamii kennuu akka qaban addeessa. Matadureen ittaanummoo, jaarsoliin gumii Yesus jalatti tiksee ta’uudhaan hojiisaanii yommuu raawwatan ilaalcha akkamii qabaachuu akka qaban ibsa.

MATADUREEWWAN DABALATAA

8 Namoota Kaan Gargaaruu Kan Dandeenyu Akkamitti?

15 Waaqayyoon Tajaajiluun Dawaa Isaaf Ta’eera!

31 Kuusaa Keenya Keessaa

FAKKII QOLASAARRA JIRU: Obboloonni Tookiyootti bakka buufata baaburaatti ennaa lallaban. Imaltonni miliyoona 2.8 ol ta’an guyyaa guyyaadhaan gara Tookiyoo ni dhaqu. Obboloonni namoota manasaaniitti hin argamne haasofsiisuuf carraaqqii gochaa jiru

JAAPPAAN

BAAY’INA UUMMATAA:

126,536,000

LAKKOOFSA BABAL’ISTOOTAA GIDDU GALEESSAAN:

216,692

BAAY’INA QAJEELCHITOOTAA:

65,245

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi