Ittiin Baafata
Adoolessa 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
FULBAANA 1-7, 2014
‘Yihowaan Warra Kansaa Taʼan In Beeka’
FUULA 7 • FAARFANNAA: 18, 10
FULBAANA 8-14, 2014
Sabni Yihowaa ‘Jalʼinarraa’ Ni Fagaatu
FUULA 12 • FAARFANNAA: 34, 29
FULBAANA 15-21, 2014
FUULA 23 • FAARFANNAA: 31, 47
FULBAANA 22-28, 2014
‘Isin Dhugaa Baatuukoo In Taatu’
FUULA 28 • FAARFANNAA: 28, 45
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ ‘Yihowaan Warra Kansaa Taʼan In Beeka’
▪ Sabni Yihowaa ‘Jalʼinarraa’ Ni Fagaatu
Matadureewwan kun yaada 2 Ximotewos 2:19rra jiru kan ibsan siʼa taʼu, caqasni kun wantoota bara Museetti raawwatamanii wajjin kan wal qabatu akkamitti akka taʼes ni ibsu. Kiristiyaanonni yeroo harʼaa ‘kan Yihowaa taʼuusaaniifi’ ‘jalʼinarraa’ akka fagaatan argisiisuu kan dandaʼan akkamitti akka taʼe baranna.
▪ ‘Isin Dhugaa Baatota Kooti’
▪ ‘Isin Dhugaa Baatuukoo In Taatu’
Matadureewwan kana keessatti Dhugaa Baatota Yihowaa jedhamnee waamamuun keenya hangam barbaachisaa akka taʼe baranna. Akkasumas, waaʼee Yihowaafi Yesus dhugaa baʼuu keenyatti kan boonnu taʼuunsaa, hojii lallabaa keenyarratti hinaaffaa akka qabaannuufi amala keenya isa qulqulluu taʼeen Waaqayyoofi Yesusiif ulfina akka kenninu kan nu kakaasu akkamitti akka taʼe ilaalla.
MATADUREEWWAN DABALATAA
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Obboleettonni lama mana baadiyyaa tokko fuuldura taaʼanii kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhamuutti fayyadamuudhaan dubartoota gosa Endebeelee, uffata aadaa uffatan lamaaf ennaa dhugaa baʼan. Namoonni Endebeelee baayʼina uummata biyyattii keessaa dhibbeentaa 2 qofa kan taʼanidha
AFRIIKAA KIBBAA
BAAYʼINA UUMMATAA
50,500,000
LAKKOOFSA HAARAA BABALʼISTOOTAA
94,101
BABALʼISTOOTA AFAAN ENDEBEELEE DUBBATAN
1,003