Ittiin Baafata
Muddee 15, 2014
© 2014 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
GURAANDHALA 2-8, 2015
“Dubbii Koo Dhagaʼaa, Hubadhaas”
FUULA 6 • FAARFANNAA: 47, 6
GURAANDHALA 9-15, 2015
FUULA 11 • FAARFANNAA: 17, 44
GURAANDHALA 16-22, 2015
Yeroo Biyyi Lafaa Moofaa Taʼe Kun Badutti Tokkummaa Qabaachuu
FUULA 22 • FAARFANNAA: 16, 29
GURAANDHALA 23, 2015–BITOOTESSA 1, 2015
Wanta Argattaniif Dinqisiifannaa Qabduu?
FUULA 27 • FAARFANNAA: 11, 24
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ “Dubbii Koo Dhagaʼaa, Hubadhaas”
▪ Hiikasaa Ni ‘Hubattuu’?
Hiika fakkeenyota Yesus hubachuu kan dandeenyu akkamitti? Matadureewwan lamaan kun, fakkeenyota Yesus itti fayyadame torba qoruuf nu gargaaru. Akkasumas, barumsa fakkeenyota kanarraa argannu tajaajilarratti hojiirra oolchuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe hubachuuf nu gargaaru.
▪ Yeroo Biyyi Lafaa Moofaa Taʼe Kun Badutti Tokkummaa Qabaachuu
▪ Wanta Argattaniif Dinqisiifannaa Qabduu?
Addunyaa dargaggoonni hedduun ofittoo itti taʼan kana keessatti, dargaggoonni Kiristiyaanota taʼan saba Waaqayyoo wajjin tokkummaa qabaachuu kan qaban maaliifi? Matadureewwan kun, waaʼee namoota fakkeenya gaariifi fakkeenya akeekkachiisaa taʼanii kan ibsan siʼa taʼu, yaadawwan murtoo ogummaarratti hundaaʼe gochuuf dargaggootas taʼe maanguddoota gargaaran qabataniiru.
MATADUREEWWAN DABALATAA
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Namoonni Kostaa Rikaa, qarqara Garba Paasifiik Taamaarindoo Biich jedhamutti bashannanuuf dhufan, gara fuulduraatti lafti jannata akka taatuufi kunuunsaa akka irra jiraannu beekuun isaan gammachiisa
KOSTAA RIKAA
BABALʼISTOOTA
29,185
QAJEELCHITOOTA
2,858
Maqaa Waaqayyoo, Yihowaa,
Jéoba
Afaan Biriibiriitiin
Jehová
Afaan Kaabakaariitiin
Gumiiwwan lamaafi tuutawwan lama afaan Biriibiriitti, gumiiwwan sadiifi tuutawwan afurimmoo afaan Kaabakaaritti fayyadamu. Afaan lamaanuu afaanota bara durii, naannoowwan Ameerikaa tokko tokko keessatti dubbatamanidha