Ittiin Baafata
Onkoloolessa 15, 2015
© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
SADAASA 30, 2015–MUDDEE 6, 2015
Jireenya Kee Keessatti Harka Waaqayyoo Ni Argitaa?
FUULA 4
MUDDEE 7-13, 2015
FUULA 9
MUDDEE 14-20, 2015
Yaadni Keessan Utuu Hin Hihhiramin Yihowaa Tajaajilaa
FUULA 18
MUDDEE 21-27, 2015
Dhimmoota Hafuuraa Irratti Xiinxaluu Keessan Itti Fufaa
FUULA 23
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
▪ Jireenya Kee Keessatti Harka Waaqayyoo Ni Argitaa?
▪ “Amantii Keenya Nuuf Guddisi”
Mata duree jalqabaa keessatti, Waaqayyoo xiyyeeffannaa nuu kennuu isaa fi harka isaa jireenya keenya keessatti akkamitti arguu akka dandeenyu, akkasumas dogoggora namoonni kana gochuu hin dandeenye raawwatan irraa akkamitti fagaachuu akka dandeenyu ilaalla. Mata dureen itti aanu immoo, amantiin fayyina argachuuf barbaachisaa akka taʼe, akkasumas amantii keenya jabeeffachuu fi hojiidhaan argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.—Ibr. 11:6.
▪ Yaadni Keessan Utuu Hin Hihhiramin Yihowaa Tajaajilaa
▪ Dhimmoota Hafuuraa Irratti Xiinxaluu Keessan Itti Fufaa
Yeroo yaada namaa hihhiru keessa jiraachaa jirra. Dhimmoota hafuuraa irratti xiyyeeffachuu akka dandeenyuuf, wantoota utuu hin barbaachisin yaada keenya hihhiran irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti? Akkasumas, yeroo Dubbii Waaqayyoo dubbisnu, qayyabannaan keenya faayida qabeessa akka taʼu gochuu kan dandeenyu akkamitti? Mata dureewwan kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kennu.
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 “ Namoota Akkasiifis Ulfina Kennaa!”
14 Murtoo Dargaggummaa Isaatti Godhetti Hin Gaabbu
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Obboleessi tokko magaalaa xinnoo qarqara bishaanii jirtuu fi Seeyint Heelans, Tasmaaniyaatti argamtu tokko keessatti walgaʼii tajaajila dirree geggeessaa jira
TASMAANIYAA, AWUSTIRAALIYAA
BAAYʼINA UUMMATAA
514,800
GUMIIWWAN
24
BABALʼISTOOTA
1,779
REESHOO