LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 12/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 12/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Muddee 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

GURAANDHALA 1-7, 2016

Yihowaan Waaqa Warra Kaaniif Yaada Isaa Ibsu Dha

FUULA 4

GURAANDHALA 8-14, 2016

Hiikkaa Dubbii Waaqayyoo Isa Jiraataa

FUULA 9

GURAANDHALA 15-21, 2016

Humna Arrabni Keessan Qabu Wanta Gaariidhaaf Itti Fayyadamaa

FUULA 18

GURAANDHALA 22-28, 2016

Yihowaan Ol Si Qaba

FUULA 23

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Yihowaan Waaqa Warra Kaaniif Yaada Isaa Ibsu Dha

▪ Hiikkaa Dubbii Waaqayyoo Isa Jiraataa

Waggoottan kumaan lakkaaʼamaniif Yihowaan afaan adda addaatiin tajaajiltoota isaatiif yaada isaa ibsaa tureera. Mata dureewwan kun Yihowaan afaan adda addaatti fayyadamuun isaa yaada isaa namootaaf ibsuu irraa akka isa hin dhowwine ibsu. Akkasumas Kitaaba Qulqulluu isa bara 2013⁠tti fooyyeffame dabalatee Hiikni Addunyaa Haaraa maqaa Waaqayyoo qulqulleessuu fi fedhiin isaa akka beekamu gochuu irratti akkamitti meeshaa hunda caalu akka taʼe ilaalla.

▪ Humna Arrabni Keessan Qabu Wanta Gaariidhaaf Itti Fayyadamaa

Dandeettiin dubbachuu, kennaa dinqisiisaa Waaqayyo biraa argame dha. Mata dureen kun dubbii keenyaa wajjin haala wal qabateen kallattiiwwan sadii ibsa. Akkasumas kennaa humna guddaa qabu kana karaa Waaqayyoof ulfina fiduu fi warra kaan fayyaduun itti fayyadamuu irratti fakkeenya Yesus akka hordofnu nu jajjabeessa.

▪ Yihowaan Ol Si Qaba

Hundi keenya ni dhukkubsanna; kanaaf, fayyisuu ilaalchisee dinqiiwwan Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsamaniif ilaalcha akkamii qabaachuu qabna? Yaalii fayyaa ilaalchisee yommuu warri kaan yaada nuu kennan maal tilmaama keessa galchuu qabna? Mata dureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii akka argannuu fi filannoo dhuunfaa akka goonu nu gargaara.

MATADUREEWWAN DABALATAA

3 Ni Yaadattaa?

14 Hiika Addunyaa Haaraa Ingiliffaa Bara 2013⁠tti Fooyyeffame

28 Waaqayyoo fi Haadha Koo Wajjin Nagaa Uumeera

32 Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2015

FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Qajeelchituun addaa tokko haadha tokkoo fi ijoollee ishiitiif misiraachicha gammachuudhaan yommuu lallabdu. Afaanonni hojii biyya sanaa Ispaanishii fi Guraanii siʼa taʼan, afaanota kana lamaaniin dhugaan babalʼachaa jira

PAARAAGUWAAY

BAAYʼINA UUMMATAA

6,800,236

BABALʼISTOOTA

9,760

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi