LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 12/15 ful. 32
  • Baafata Mata duree Masaraa Eegumsaa 2015

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata duree Masaraa Eegumsaa 2015
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 12/15 ful. 32

Baafata Mata Duree Masaraa Eegumsaa 2015

Maxxansa mata dureen isaa irratti baʼe

DHUGAA BAATOTA YIHOWAA

  • Arjummaa Yihowaatiif Dinqisiifannaa Akka Qabdan Argisiisaa (buusii), 11/15

  • Gumiidhaa Nama Baasuun Qophii Jaalala Irratti Hundaaʼe, 4/15

  • “Kiingizliin Erga Dandaʼee, Anis Nan Dandaʼa!” 6/15

  • “Namoota Akkasiifis Ulfina Kennaa!” (gargaartota Qaama Ol Aanaa), 10/15

  • Iddoo Nyaataa Sana Jaalalatu Geggeessa, 5/15

  • ‘Wanti Kam Iyyuu Isin Dhowwuu Hin Qabu!’ (kolportaroota Faransaay), 11/15

  • Warra Of Dhiheessan, Niiwu Yoorki, 1/15

  • Warra Of Dhiheessan, Raashiyaa, 7/15

  • “Yeroo Iddoo Guddaa Qabu” (Ayyaana Yaadannoo), 2/15

  • “Yihowaan Gara Faransaay Kan Isin Fide Dhugaa Akka Dhageessaniifi” (Baqattoota Poolaandi Waraana Addunyaa Tokkoffaa booda), 8/15

GAAFFII DUBBISTOOTAA

  • Babalʼistuun tokko yeroo qayyabannaa Kitaaba Qulqulluu geggeessitu haguuggachuu qabdii? 2/15

  • Goog inni biyya Maagoog eenyu? 5/15

  • Obboloota fooliin urgooftuu baayʼee isaan jeequ, 2/15

  • Phonxos Philaaxos kan jiraate taʼuu isaatiif ragaan jiraa? 2/15

  • Wanta gaaddidduu taʼee fi wanta isa dhugaa, 3/15

  • Yerikoon yeroo dheeraadhaaf utuu hin marfamin moʼamtee? 11/15

JIREENYAA FI AMALAWWAN KIRISTIYAANAA

  • Abbootiin Manaa Manni Keessan Bakka Tasgabbiin Jiru Akka Taʼu Godhaa, 4/1

  • ‘Bara Hamaatti’ Yihowaa Tajaajiluu, 7/15

  • Hinaaffaa Tajaajilaaf Qabdu Eegi, 2/15

  • Hojiin Ati Hojjettu Namoota Biratti Beekamuu Dhiisuun Isaa Jijjiirama Fidu Qabaa? 7/15

  • “Nama Amane” Qofa Hiriyaa Gaaʼelaa Godhachuun Yeroo Ammaattis Ni Hojjetaa? 3/15

  • “Namni Wallaalaan Dubbii Hundumaa Amana,” 10/15

  • “Obsaan Dandaʼuun Isin In Barbaachisa,” 6/15

KITAABA QULQULLUU

  • Hiika Addunyaa Haaraa Ingiliffaa Bara 2013⁠tti Fooyyeffame, 12/15

  • Kennaa Addaa Jaappaaniif Kenname (Maatewos), 2/15

  • Qayyabachuu Ni Barbaaddaa? 7/1

  • Qorachuu Kan Qabnu Maaliifi? 4/1

MATA DUREEWWAN ADDA ADDAA

  • Abbaa fi Haadha Gaarii Taʼuun Kan Dandaʼamu Akkamitti? 7/1

  • “Anatu Iddoo Waaqayyootti Ilaalamaa Ree?” (Yoseef), 7/1

  • ‘Ani Israaʼeliif Haadha Taʼee Kaʼeera’ (Deboraa), 10/1

  • Arkiʼooloojiin Macaafa Qulqulluu Ni Deggeraa? 7/1

  • Ayyaanni Duʼaa Kaʼuu Ayyaana Kiristiyaanotaatii? 4/1

  • Israaʼel Durii Bosonaan Kan Guutamte Turtee? 7/15

  • Itti Gaafatamummaan Akka Itti Dhagaʼamu Godhanii Ijoollee Guddisuu, 7/1

  • Lammummaa Warra Roomaa Qabaachuu, 4/1

  • Leencota Biyyoota Macaafa Qulqulluu Keessatti Caqasaman Irraa Badan, 7/1

  • Mootummaa Malaanmaltummaan Keessa Hin Jirre, 4/1

  • Mukti Murame Deebiʼee Latuu Ni Dandaʼaa? 4/15

  • Tiksitootaaf Mindaan Kan Kaffalamu Akkamitti Ture? 4/1

  • Yaaddoo, 10/1

  • Yoʼanaa Irraa Maal Baranna? 8/15

MATA DUREEWWAN QOʼANNAA

  • Amala Gad Of Deebisuu fi Gara Laafinaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa, 2/15

  • “Amantii Keenya Nuuf Guddisi,” 10/15

  • “Amantiitti Cimaatii Dhaabadhaa,” 9/15

  • ‘Barsiisa Yihowaatiif’ Saboota Qopheessuu, 2/15

  • Bilchina Akka Kiristos Bira Gaʼaa Jirtuu? 9/15

  • Dammaqaa Seexanni Isin Liqimsuu Barbaada! 5/15

  • ‘Dammaqinaan’ Ni Eegduu? 3/15

  • Dhimmoota Hafuuraa Irratti Xiinxaluu Keessan Itti Fufaa, 10/15

  • Eeggachuu Keessan Itti Fufaa! 8/15

  • Fakkeenya Waaʼee Taalaantii Dubbatu Irraa Baradhaa, 3/15

  • Fakkeenya Waaqa Isa Jireenya Bara Baraa Nu Abdachiisee Hordofaa, 5/15

  • “Furamuun Keessan Dhiʼaateera”! 7/15

  • Gaaʼela Cimaa fi Gammachuu Qabu Ijaaraa, 1/15

  • Hiikkaa Dubbii Waaqayyoo Isa Jiraataa, 12/15

  • Hiriyyummaa Guyyoota Dhumaa Kanatti Qabdan Irratti Of Eeggadhaa, 8/15

  • Humna Arrabni Keessan Qabu Wanta Gaariidhaaf Itti Fayyadamaa, 12/15

  • Ija Jabinaa fi Hubannaa Argisiisuudhaan Yesusiin Fakkaadhaa, 2/15

  • Ijoollee Keessan Umurii Waggoota Kurnanii Keessatti Argaman Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa, 11/15

  • Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Tajaajilan Leenjisaa, 11/15

  • Irbaata Gooftaa Kan Kabajnu Maaliifi? 1/15

  • Jaalala Hin Badne Qabaachuun Ni Dandaʼamaa? 1/15

  • Jaalala Yihowaa Isa Hin Badne Irratti Xiinxalaa, 8/15

  • Jaarsoliin Gumii, Warra Kaan Leenjisuu Ilaalchisee Maaltu Isinitti Dhagaʼama? 4/15

  • Jaarsoliin Warri Kaan Gaʼumsa Akka Qabaatan Leenjisuu Kan Dandaʼan Akkamitti? 4/15

  • Jannata Hafuuraa Bareechuuf Ciminaan Hojjedhaa, 7/15

  • Jireenya Addunyaa Haaraatiif Ammuma Qophaaʼaa, 8/15

  • Jireenya Kee Keessatti Harka Waaqayyoo Ni Argitaa? 10/15

  • Kadhannaa Fakkeenya Taʼuu Wajjin Haala Wal Simuun Jiraadhaa, 6/15

  • Kiristos Humna Waaqayyoo Ti, 6/15

  • “Kun Akka Taʼu Fedha Kee Taʼeera,” 3/15

  • Kun Iddoo Waaqeffannaa Keenyaa Ti, 7/15

  • Mootummaa Waaqayyootiif Amanamoo Taʼuu Keessan Itti Fufaa, 7/15

  • ‘Nama Akka Mataa Keetiitti Ni Jaallattaa?’11/15

  • Namoota Ni Jaallata Ture, 6/15

  • Obboloota Kiristos Amanamummaadhaan Deggeruu, 3/15

  • Qulqulluu Taanee Jiraachuu Ni Dandeenya, 6/15

  • Seexana Loluu Fi Moʼuu Ni Dandeessu! 5/15

  • Waggoottan Dhibba Tokko Bulchiinsa Mootummichaa Jalatti Darban! 11/15

  • Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha? 4/15

  • Wantoota Abdachiifaman “Ilaalaniiru,” 5/15

  • Yaadni Garaa Kee Itti Amanamuu Kan Dandeessu Dhaa? 9/15

  • Yaadni Keessan Utuu Hin Hihhiramin Yihowaa Tajaajilaa, 10/15

  • Yeroo Hunda Yihowaatti Amanamaa! 4/15

  • Yihowaa Akka Jaallannu Akkamitti Argisiisuu Dandeenya? 9/15

  • Yihowaadhaaf Galata Galchuudhaan Eebba Argadhaa, 1/15

  • Yihowaan Gaaʼela Keessan Isinii Haa Jabeessu Haa Eegus, 1/15

  • Yihowaan Hojii Barsiisuu Addunyaa Mara Irratti Raawwannu Geggeessaa Jira, 2/15

  • Yihowaan Jaalala Kan Nutti Argisiise Karaawwan Kamiini? 9/15

  • Yihowaan Ol Si Qaba, 12/15

  • Yihowaan Waaqa Jaalalaa Ti, 11/15

  • Yihowaan Waaqa Yaada Isaa Warra Kaaniif Ibsu Dha, 12/15

SEENAA JIREENYAA

  • “Biyyi Bishaan Keessaa Warri Baayʼeen Haa Gammadan!” (Jeefrii Jaaksan), 8/15

  • Eebbawwan ‘Yeroo Mijataa Taʼettii fi Yeroo Rakkisaa Taʼetti’ Argaman (Tiroofiim Nisombaa), 4/15

  • Eebbi Yihowaa Na Badhaaseera, (Meliitaa Jaaraaz), 9/15

  • Hojii Caalaatti Nama Kiisu Arganne (Deevidii fi Giween Kaartiraayit), 3/15

  • Jaalala Koo Jalqabaa Yaadachuun Koo Jabaadhee Dhaabachuuf Na Gargaareera (Antoonii Mooris Sadaffaa), 5/15

  • Murtoo Dargaggummaa Isaatti Godhe (Niikalaay Daabaveeniskii), 10/15

  • Waaqayyoo Wajjinis Taʼe Haadha Koo Wajjin Nagaa Uumeera (Miichiyoo Kumaagaayi), 12/15

  • Waaqayyotti Dhihaachuun Koo Gaarii Naaf Taʼe (Saaraa Maayigaan), 10/15

YESUS KIRISTOS

  • Ayyaanni Yaadannoo Duʼa Yesus Maaliif Kabajama? 7/1

YIHOWAA

  • Waaqayyootti Mufattee Jirtaa? 10/1

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi