Maxxansa Qayyabannaa
Caamsaa 2016
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA:WAXABAJJII 27–ADOOLESSA 31, 2016
© 2016 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
GAANAA
Labsituun Mootummichaa mala qabeettii taate tokko barattoota ishii wajjin barataniif dhugaa baʼuuf tiraaktota keenya keessaa tokkotti fayyadamaa jirti. Magaalaa Hoo ishii naannoo Vooltaa jedhamuu fi Gaanaa keessatti argamutti argamtu keessa jiraatti
BABALʼISTOOTA
125,443
QOʼANNAAWWAN KITAABA QULQULLUU
382,408
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2014)
347,725
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu afaan Oromoo Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997 maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.