LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w17 Bitootessa ful. 2
  • Baafata Mata Duree

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Baafata Mata Duree
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
w17 Bitootessa ful. 2

Baafata Mata Duree

3 Seenaa Jireenyaa​—Ogeessotaa Wajjin Adeemuu Kootiin Faayidaa Guddaa Argadheera

CAAMSAA 1-7, 2017

8 Kan Ulfinni Isaaf Maluuf Ulfina Kennaa

Kiristiyaanonni ulfinaa fi kabaja kennuu ilaalchisee ilaalcha sirrii qabaachuu isaan barbaachisa. Ulfinni eenyuuf mala? Maaliif? Mata dureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna; akkasumas warra ulfinni isaaniif maluuf ulfina kennuun faayidaawwan akkamii akka qabu ibsa.

CAAMSAA 8-14, 2017

13 Amantii Qabaachuudhaan—Murtoo Ogummaa Irratti Hundaaʼe Godhaa!

Kitaabni Qulqulluun tokkoon tokkoon keenya murtoo mataa keenyaa gochuu akka qabnu dubbata. Haa taʼu malee murtoo sirrii gochuu kan qabnu maaliifi? Gama kanaan maaltu nu gargaara? Yeroo tokko tokko murtoo goone jijjiiruu nu barbaachisaa? Mata dureen kun gaaffiiwwan kanaaf deebii kenna.

CAAMSAA 15-21, 2017

18 Garaa Guutuudhaan Yihowaa Tajaajilaa!

CAAMSAA 22-28, 2017

23 Wantoota Barreeffamaniif Xiyyeeffannaa ni Kennituu?

Cubbuu kan dhaalle waan taaneef, hundi keenya dogoggora ni raawwanna. Kana jechuun garuu Yihowaa gammachiisuu hin dandeenyu jechuu dhaa? Mata dureewwan kana lamaan keessatti fakkeenya mootota Yihudaa arfanii fi dogoggora cimaa isaan raawwatan tokko tokko ilaalla. Taʼus Yihowaan mootota kana akka isaan garaa guutuudhaan isa tajaajilanitti isaan ilaaleera. Nutis dogoggora yoo raawwanne illee Waaqayyo garaa guutuudhaan akka isa tajaajilletti nu ilaalaa?

28 Yeroo Michummaan Balaadhaaf Saaxilamutti Michuu Dhugaa Taʼuu

32 Maqaa Kitaaba Qulqulluu Okkotee Bara Durii Irratti Barreeffame

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi