Maxxansa Qoʼannaa
FULBAANA 2017
MATA DUREEWWAN QOʼANNAA: ONKOLOOLESSA 23–SADAASA 26, 2017
© 2017 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU:
EEL SAALVAADOR
Hiriyoonni gaaʼelaa lama galma gabaa guddaa Saan Saalvaador keessa jiru tokko duratti gaariitti fayyadamanii bakka namoonni baayʼatanitti lallaba sabaa irratti hirmaachaa jiru
BABALʼISTOOTA
41,084
QOʼANNAA KITAABA QULQULLUU
42,813
NAMOOTA AYYAANA YAADANNOO IRRATTI ARGAMAN (2016)
92,606
Barreeffamni kun hin gurguramu. Hojii addunyaa maratti Kitaaba Qulqulluu barsiisuuf adeemsifamu keessaa tokko dha; buusii qarshii namoonni fedhiidhaan kennaniin qophaaʼa.
Buusii gochuudhaaf www.jw.org/om ilaali.
Ibsi kan biraan yoo kenname malee, caqasawwan barreeffama kana keessatti argaman Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Maatewos-Mulʼata fi Macaafa Qulqulluu afaan Oromoo bara 1997tti maxxanfame keessaa kan fudhatamani dha. Caqasichatti aansee “NW” yoo jedhame, caqasichi kan fudhatame Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa afaan Ingiliffaa ammayyaatiin qophaaʼe irraa taʼuu isaa argisiisa.