LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp18 Lakk. 1 ful. 16
  • Maal Sitti Fakkaata?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maal Sitti Fakkaata?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Michuu Waaqayyoo taʼuuf Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu ni dandaʼaa?
  • Waaqayyo Michuu Isaa Akka Taatu Si Afeereera
    Michuu Waaqayyoo Taʼuu Dandeessa!
  • Michuu Yihowaa Taʼuu ni Dandeessa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Kitaabni Qulqulluun Michummaa Ilaalchisee Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Michoota Gaarii Filachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2018
wp18 Lakk. 1 ful. 16
Hiriyoota gaaʼelaa utuu bashannanaa jiranii Kitaaba Qulqulluu dubbisaa jiran

Maal Sitti Fakkaata?

Michuu Waaqayyoo taʼuuf Kitaabni Qulqulluun si gargaaruu ni dandaʼaa?

NAMOONNI TOKKO TOKKO . . .

qulqulluu akka hin taanee fi cubbamoo akka taʼan waan itti dhagaʼamuuf michuu Waaqayyoo taʼuu akka hin dandeenye yaadu. Namoonni kaan immoo Waaqayyo akka nuuf hin yaadne itti dhagaʼama. Ati hoo maal jetta?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Waaqayyo ‘warra yaada qajeelaa qaban in amana [“isaanii wajjin michummaa cimaa ni qabaata,” NW].’ (Fakkeenya 3:32) Waaqayyoof yoo ajajamne michoota isaa taʼuu ni dandeenya.

WANTA DABALATAA KITAABA QULQULLUU IRRAA BARANNU

  • Waaqayyo michuu keenya taʼuu ni barbaada.—Yaaqoob 4:8.

  • Waaqayyo Michuu keenya taʼuudhaan nu gargaaruu fi dhiifama nuuf gochuuf qophaaʼaa dha.—Faarfannaa 86:5.

  • Michoonni Waaqayyoo wanta inni jaallatu ni jaallatu, wanta inni jibbu immoo ni jibbu.—Roomaa 12:9.

Karaa Waaqayyoon gammachiisuun jiraachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe odeeffannoo dabalataa argachuuf, kitaaba Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe kana irraa boqonnaa 12 ilaali. Kitaabichi www.jw.org/om irrattis ni argama

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi