LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/03 ful. 7
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2003
Tajaajila Mootummaa—2003
km 5/03 ful. 7

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan ji’a Caamsaatti raabsaman: Qeenxee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Namoota fedhii argisiisan yeroo deddeebitanii gaafattan kan ayyaana yaadannoo irratti ykn walga’ii ti’ookraasii gara biraa irratti argaman, garuu dammaqinaan kan gumii wajjin hin hirmaanne kitaaba Tokkummaa Waaqeffannaa jedhamu raabsaa. Keessumaa ammoo namoota kanaan dura kitaaba Beekumsaafi brooshuura Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? jedhaman qayyabatanii turan qayyabannaa jalqabsiisuuf carraaqqiin danda’amu hundi godhamuu qaba. Waxabajjii: Kitaaba Beekumsaa ykn brooshuura Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu raabsaa. Namoonni haasofsiisne barreeffamawwan kana qabu taanaan brooshuura gara biraa gumichi qabutti gargaaramaa. Adoolessaafi Hagayya: Brooshuura fuula 32 qaban kan kanaa gaditti ibsaman keessaa kamiin iyyuu fayyadamuu dandeessu: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, Bara Baraaf Gammachuudhaan Lafarra Jiraadhu!, “Kunoo, Ani Waan Hundumaa Haaraa Nan Godha!,” Sillaaseetti Amanuu Qabdaa?, Maqaa Waaqayyoo Isa Bara Baraaf Jiraatu, Mootummaan Waaqayyoo Jannata Fiddi, Yeroo Duunu Maal Taanaa?, Kaayyoon Jireenyaa Maal Innii?​​—⁠ Akkamiinoo Argachuu Dandeessaa?, Namni Jaallattan Yeroo Du’u, Kitaaba Namoota Hundumaaf Ta’u, E Saatisfaaying Laayif​​—⁠Haawu tuu Atteeyin It, fi Hafuuronni Warra Du’anii​​—⁠Sigargaaruu Yookiin Simiidhuu Ni Danda’uu? Dhugumaanoo Jiruu? jedhaman raabsuu dandeessu.

◼ Ilaaltuun sassaabaa olaanaa ykn kan isaan iddoo buufame, Waxabajjii 1 ykn isarraa utuu baay’ee hin fagaatin herrega gumii qoruu qaba. Qorannaan kun raawwatamee gabaasni herreegaa inni itti aanu eega dubbifamee booda, haala isaa gumiifi beeksisaa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi