LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/03 ful. 9
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2003
Tajaajila Mootummaa—2003
km 10/03 ful. 9

Beeksisa

◼ Barreeffamawwan ji’a Onkololeessaatti raabsaman: Barruulee Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Qayyabannaa Macaafa qulqulluu jalqabsiisuuf carraaquudhaan nama fedhii argisiise tokkoof brooshuura Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu raabsaa. Sadaasa: Waaqni Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamuu ykn kitaaba Beekumsa Jireenya Bara Baraatti Geessu jedhamu. Barreeffama kana kanaan dura qabu yoo ta’emmoo, kitaaba Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu jedhamu ykn barreeffamawwan turan kan biraa kennaafii. Muddee: Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hundaa Caalu. Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu ykn Macaafni Qulqulluun Sagalee Waaqayyootimoo Kan Namaati?, Lafarra Jannata Keessa Bara Baraaf Jiraachuu Ni Dandeessa. Amajjii: Kitaabolee bara 1988 dura maxxanfaman kan fuula 192 qabu gumii keessan keessa jiran kamiyyuu. Kitaabolee kana hin qabdan yoo ta’e, gumiiwwan ollaa barreeffamawwan turan yoo qabaatan gaafadhaa. Gumiiwwan kitaabolee kana hin qaban yoo ta’e, kitaaba Maan kaayindis sarchi foor Good jedhamu raabsuu danda’u.

◼ Miiltoon Tajaajila Mootummaa kanaa “Sagantaa Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii 2004” waan ta’eef, guutummaa 2004 ijaa itti fayyadamnuuf akka gaariitti qabachu qabna.

◼ Amajjii 1 kaasee sa’aatiin walga’ii keessan ni jijjiirama yoo ta’e waraqaa affeerrii haaraa ajajuun ni danda’ama. Waraqaan affeerrii kun yeroo argachuu barbaaddan ji’a lama dura ajajamuu qaba.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi