LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/04 ful. 7
  • Oduu Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Oduu Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2004
Tajaajila Mootummaa—2004
km 10/04 ful. 7

Oduu Ti’ookraasii

◼ Waajjirri damee Yuunaayitid Isteets, Woolkiilitti meeshaan maxxansaa guddaan xumurame hojiirra ooluusaa gabaaseera. Tokkoon tokkoonsaanii Sa’aatii tokkotti barruulee 90,000 maxxansuu kan danda’an meeshaawwan maxxansaa haaraan lamaafi meeshaa haaraan daqiiqaa tokkotti kitaabolii qola jabaa qaban 120 maxxansuu danda’u hojiirra ooleera. Hojiin maxxansaa kun gara Woolkiilitti naanneffamuunsaa gamoon Birukliin keessa jiru, inni 360 Daandii Farmaan jedhamu akka gurguramu godheera. Amma, obboloonni hojii gamoo bakka Daandii Farmaan 360 jedhamutti argamu achitti naannessuuf gamoo Daandii Adaams 117⁠tti argamu haaromsuuf ciminaan hojjechaa jiru.

Hojiin maxxansaa gara Woolkiilitti naanneffamuunsaa obboloonni 300 ta’an Birukliinii gara Woolkiilitti akka jijjiiraman godheera. Kana malees, waajjira damee keessatti sagantaawwan koompiitaraafi koompiitaraa wajjiin walqabatan hojjechuuf fedhii kan qaban obboloonni 100 ta’an Woolkiilii gara Biruukliinitti jijjiiramaniiru; kana booddee dippaartimantiin sirna odeeffannoo hojiisaa isa guddaa kan hojjetu Biruukliinitti ta’a.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi