LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/07 ful. 7
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2007
Tajaajila Mootummaa—2007
km 2/07 ful. 7

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Guraandhalaafi Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Eblaafi Caamsaa: Barruulee (Amaariffa). Yeroo deddeebii gaaffii gootan kitaaba Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa? jedhu kennuufii dandeessu.

◼ Barreessaafi ilaaltuun olaanaa tajaajilaa sochii qajeelchitootaa hundumaa ilaaluu qabu. Sa’aatii isaanii guuttachuurratti rakkina kan qaban yoo jiraatan, gargaarsi akka godhamuuf jaarsoliin qophii gochuutu isaanirra jira. Yaada dabalataa argachuuf, xalayaa waggaa S-201 jedhu ilaalaa.

◼ Matadureen haasawaa addaa tibba Ayyaana Yaadannoo 2007⁠tti dhihaatu “Biyya Lafaa Isa Rakkinaan Guutame Keessatti Tasgabbii Argachuu Ni Dandeessu!” kan jedhu ta’a. Yaada dabalataatiif Tajaajila Mootummaa Onkoloolessa 2006 ilaalaa.

◼ BRREEFFAMOOTA NU HARKA JIRAN: Afaan Chaayinaa (Afaan salphaadhaan kan qophaa’e): Waaqni Nurraa Maal Barbaada?, Tiraaktii Lak. 26; Ingiliffa: Faarfannaawwan Mootummaa Lak. 4 CDdhaan, Nohiifi Daawit DVDdhaan, Gaaffii Dargaggootaa—Jireenyakoo Akkamitti Yoon Itti Fayyadame Wayya? DVDdhaan, Dhugaa Baatota Yihowaa Misiraachoo Babal’isuuf Gurmaa’an DVDdhaan, Tigiriffa: Buukleetii Maree Gochuuf Gargaaru.

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Waaqni Nurraa Maal Barbaada?; Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Dammaqinaan Eegaa!, Waaqni Nurraa Maal Barbaada?, Tiraaktii Lak. 15; Tigiriffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Tiraaktii Lak. 19, 20.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi