LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/07 ful. 7
  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
  • Tajaajila Mootummaa—2007
Tajaajila Mootummaa—2007
km 10/07 ful. 7

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Gaaffileen kanaa gadi jiran, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii torban Onkoloolessa 29, 2007 jalqabutti kan irratti mar’iatamudha. Ilaaltuun olaanaa mana barumsichaa, barreeffamoota gaaffilee irra deebii torban Fulbaana 3 hanga Onkoloolessa 29, 2007⁠rratti hundaa’uudhaan daqiiqaa 30f irra deebicha geggeessa. [Yaadachiisa: Gaaffilee booda barreeffamni deebiin irratti argamu hin caqasamne taanaan, deebiiwwansaanii argachuuf dhuunfaatti qorannaa gochuu si barbaachisa.—Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila ful. 36-37 ilaali.]

MALA HAASAWAA

1. Irra deddeebi’uun akka gaariitti barsiisuuf tooftaa barbaachisaa kan ta’e maaliifi? [be ful. 206 key. 1-2, saanduqa]

2. Qabiyyee haasawaa tokkoo addeessuu kan dandeenyu karaawwan kamiini? [be ful. 210, saanduqa]

3. Yaadawwan ijoo haasawaa tokkoo maalidha? Yaadawwan ijoo ta’an filachuuf wanti qajeelfama nuuf ta’u maalidha? [be ful. 212 key. 1-3]

4. Haasawaa keenya keessatti yaadawwan ijoo ta’an baay’isuu kan hin qabne maaliif? [be ful. 213 key. 2-4]

5. Yaanni seensaa nuyi fayyadamnu fedhii namootaa kan kakaasu ta’uunsaa barbaachisaa kan ta’e maaliif? Kana gochuu kan dandeenyu akkamitti? [be ful. 215 key. 1; ful. 216 key. 1-3, saanduqa]

HAASAWAA LAK. 1

6. Faarfannaan 119:89, 90 Dubbii Waaqayyoorratti amanamuu akka dandeenyu kan nu hubachiisu akkamitti? [w05 4/15 ful. 15 key. 3]

7. Macaafni Hisqi’el maal ibsa? Namoonni yeroo har’aa jireenyasaaniitiin maqaan Yihowaa akka qulqullaa’u gochaa jiran bu’aa maalii argatu? [si ful. 137 key. 33]

8. “Dubbiin [Yihowaa]” garaa keenya eeguu kan danda’u akkamitti? (Far. 18:30) [w05 9/1 ful. 30 key. 2]

9. Abdiin Mootummaa Waaqayyoo guutummaa Macaafa Daani’el keessatti kan ibsame akkamitti? [si p. 142 par. 23]

10. Macaafni Hose’aa amantaa raajiiwwan Yihowaarratti qabnu kan nuu jabeessu akkamitti? [si p. 145 par. 14]

DUBBISA M.Q.

11. Manni Qulqullummaa mul’ata Hisiqi’el keessatti ibsame safaramuunsaa maal kan argisiisudha? Yeroo ammaatti kun maal nuuf mirkaneessa? (His. 40:2-5) [w99 3/1 ful. 9 key. 6; ful. 14 key. 7]

12. Raawwii mul’ata Hisqi’el isa dhumaa keessatti “guddaa biyyaa” kan jedhame eenyudha? (His. 48:21) [w99 3/1 ful. 16 key. 13-15; ful. 22-3 key. 19-20]

13. Hiikni Daani’el 2:21 maalidha? [w98 9/15 ful. 12 key. 9]

14. Wanti Daani’el ija Yihowaa duratti “guddaa jaallatamaa” akka ta’u godhe maalidha? (Dan. 9:23) [dp ful. 185 key. 12; w04 8/1 ful. 12 key. 17]

15. ‘Israa’el keessa Waaqayyoon beekuun kan hin jirre’ karaa kamiini? Jechoota kana dhuunfaadhaan akkamitti ilaaluu qabna? (Hos. 4:1, 2, 6) [w05 11/15 ful. 21 key. 21; jd ful. 57-8 key. 5; ful. 61 key. 10]

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi