Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Onkoloolessa: Barruuleefi tiraaktii Lak. 26 (Waa’ee Macaafa Qulqulluu Caalaatti Beekuu Ni Barbaaddaa?); Sadaasa: Dammaqinaan Eegaa!; Muddee: Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu ykn Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? (Amaariffa); Amajjii: Dammaqinaan Eegaa!
◼ Jiini Muddee Sanbadduraafi Dilbata shan waan qabuuf, qajeelchaa gargaaraa ta’uuf mijaa’aadha.
◼ Sagantaan viidiyoo Traansifuushin-Oolteernaatiiv Heelz Keer—Miitiing Peeshant Niids end Raayits jedhamu, Walga’ii Tajaajilaa ji’a Amajjiitti irratti mari’atama. Viidiyoo kana argachuu yoo barbaaddan atattamaan karaa gumii keessanii ajajuu dandeessu.
◼ Miiltoon Tajaajila Mootummaa kana keessa jiru “Sagantaa Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii 2008” kan qabate waan ta’eef, waggaa guutuu akka itti fayyadamtaniif bakka gaarii kaa’aa.
◼ Obboleessi Sagantaa Walga’ii Tajaajilaarratti kutaa isa dhumaa dhiheessu, faarfannaa xumuraa beeksisuu akka qabu, achiis inni ykn obboleessi ga’umsa qabuufi kadhannaa akka dhiheessu dursee itti himame kadhannaa xumuraa kan dhiheessu ta’uusaa yaadachiisi.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Ingiliffa: Indeeksii 2006, Jildii Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! 2006.
◼ AMMAS KAN NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Gammachuu Maatii; Afaan Chaayinaa (Simpiliifaayid): Ee Saatisfaayiing Laayif; Ingiliffa: Gammachuu Maatii, Insaayitii, Faarfannaawwan Galataa (kaasseettii saddeet qabate); Afaan Faransaayi: Barumsa Macaafa Qulqulluu, kitaaba Raajii Daani’el, Nama Namoota Hundaa Caalu, Sillaasee; Afaan Oromoo: Jaalallee Waaqayyoo; Afaan Siwahilii: Leenjii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiitti Kennamurraa Fayyadami.