Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Muddee: Nama Namoota Hanga Har’aatti Jiraatan Hunda Caalu ykn Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? (Amaariffa); Amajjii: Dammaqinaan Eegaa!; Guraandhala: Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?
◼ Sassaabaan ilaaltuu olaanaa ykn namni inni ramade, herrega gumii ji’a Fulbaanaa, Onkoloolessaafi Sadaasaa sakatta’uu qaba. Galmee herregaa kana namni tokko qofti walittaansee sakatta’uu hin qabu. Kun godhamee yeroo raawwatamutti, gabaasa herregaa ittaanuu wajjin gumiif beeksifamuu qaba.—Qajeelfama Galmee Herrega Gumii (S-27) ilaali.
◼ Sagantaa qayyabannaa Masaraa Eegumsaa addunyaa maratti geggeeffamuun walqixa adeemuuf gumiiwwan afaan Oromootiin qayyabannaa kitaabaa geggeessan, qayyabannaa kitaabaarratti sirreeffama armaan gadii gochuu qabu:
Torban Sad. 26–Mud. 2: Sadaasa 1 mataduree qayyabannaa tokkoffaa
Torban Mud. 3-9: Sadaasa 1 mataduree qayyabannaa lammaffaa
Torban Mud. 10-16: Sadaasa 1 mataduree qayyabannaa sadaffaa
Torban Mud. 17-23: Sadaasa 1 mataduree qayyabannaa arfaffaa
Torban Mud. 24-30: Sadaasa 1 mataduree qayyabannaa shanaffaa
Torban Mud. 31–Ama. 6: Sadaasa 1 mataduree qayyabannaa ja’affaa
Amajjii 7, 2008, kaasee qayyabannaan Kitaabaa Gumii afaan Oromootiin geggeeffamu, kitaaba Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu jedhamu ta’a.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NUHARKA JIRAN: Amaariffa: Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2008; Ingiliffa: Kaam Bii Maayi Fooloowar, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2008, Kaalaandarii 2008, Noo Bilad DVDdhaan, Sheer Gud Niwus, Hool Asooseeshin oov Biraazars DVDdhaan; Afaan Oromoo: Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2008; Tigriffa: Kaam Bii Maayi Fooloower, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2008; Walaayittaa: Kitaaba koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu, Jaallee Waaqayyoo.
◼ AMMAS KAN NUHARKA JIRAN: Amaariffa: Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu, Maqaa Waaqayyoo Isa barabaraaf Jiraatu, Jaallee Waaqayyoo, Kunoo, Ani Waan Hundumaa Haaraa Nan Godha!, Kaayyoo Jireenyaa, Waaqayyo Nurraa Maal Barbaada?, Ekeraa Namoota Du’anii, Sillaasee, Yeroo Duunu Maal Taana, Namni Jaallattan Yeroo Du’u, Buukleetii Maree Gochuuf Gargaaru, Tiraaktii Lak. 15; Riil Fireendis (kaasseettii viidiyoodhaan); Ingiliffa: Kiri’eetar, Gaaffii Dargaggootaa, Kingidam Meelodii Lak. 4 CDdhaan, Jehoovaas Neem (diraamaa) CDdhaan, Riil Fireendis DVDdhaan; Afaan Faransaayi: Kiri’eetar, Raawwiin Mul’ataa Inni Guddaan Dhihaateera!, Waaqayyoon Waaqeffadhu, Macaafa Qulqulluu (bi-12); Afaan Oromoo: Jaallee Waaqayyoo, Tiraaktii Lak. 13; Tigriffa: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Tiraaktii Lak. 21.