LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/08 ful. 2
  • Sagantaa Walga’ii Tajaajilaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Walga’ii Tajaajilaa
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Torban Muddee 8 Jalqabu
  • Torban Muddee 15 Jalqabu
  • Torban Muddee 22 Jalqabu
  • Torban Muddee 29 Jalqabu
  • Torban Amajjii 5 Jalqabu
Tajaajila Mootummaa—2008
km 12/08 ful. 2

Sagantaa Walga’ii Tajaajilaa

Torban Muddee 8 Jalqabu

Faarfannaa 13 (124)

Daq. 15: Beeksisa gumii. Gabaasa Hagayyaafi Gabaasa Ijoo Tajaajila Waggaa 2008. Ga’ee gumiin keessan gabaasa kana keessaa qabu itti dabalii dhiheessi. Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa- Muddeefi Dammaqaa! Sadaasa 2008 raabsuu ilaalchisee akkaataa dhiheenyaa ful. 8⁠rra jiru gabaabsii irra deebi’i. Mala barruulee kana raabsuuf itti fayyadamuudhaan milkaa’an akka dubbatan dhaggeeffattoota gaafadhu. Mataduree, gaaffiifi caqasa kamitti fayyadaman?

Daq. 15: Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii 2009. Haasawaa ilaaltuu olaanaa mana barumsichaatiin dhihaatu. Qabxiilee gumichaaf barbaachisan miiltoo Tajaajila Mootummaa Onkoloolessa 2008⁠rraa dhiheessi. Ga’ee gargaaraa gorsa kennaan qabu ibsi. Hundumtuu kutaa kennamuuf dhimmanii akka qophaa’an, yaada ijoo Macaafa Qulqulluu kennuurratti akka hirmaatan, akkasumas yaadawwan kitaaba Leenjii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiitti Kennamurraa Fayyadami jedhamurraa torbee torbeen dhihaatan hojiirra akka oolchan jajjabeessi.

Daq. 15: “Kitaaba Ragaa Dhiheessuu Jedhamutti Fayyadamaa Jirtaa?” Keeyyata 4⁠rratti yeroo mari’attan, qajeelchaan ykn babal’isaan ga’umsa qabu tokko manaa gara manaatti yeroo tajaajilu gaaffii, ‘Dhugaa Baatonni Yihowaa Ayyaana Qillee Kan Hin Kabajne Maaliif?’ jechuudhaan ka’uuf kitaaba Ragaa Dhiheessuutti fayyadamee yommuu deebii kennu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.

Faarfannaa 3 (32)

Torban Muddee 15 Jalqabu

Faarfannaa 23 (200)

Daq. 10: Beeksisa gumii. Beeksisawwan Tajaajila Mootummaarraa filataman. “Sagantaa Haaraa Walga’ii Aanaa” jedhurratti mari’adhaa. Guyyaa walga’iin aanaa itti taasifamu beeksisi.

Daq. 10: Tajaajilarratti Mala Irra Deddeebi’uutiin Fayyadami. Kitaaba Mana Barumsaa ful. 207⁠rratti hundaa’uun haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Yaada kitaabichaarratti hundaa’uudhaan hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.

Daq. 25: “Gamoowwan Keessatti ‘Guutummaatti Wangeela Dhugaa Ba’aa.” Ilaaltuu olaanaa tajaajilaa ykn jaarsa biraan kan dhihaatu. Yaadawwan kennaman akka gumichaaf ta’utti dhiheessi.

Faarfannaa 27 (221)

Torban Muddee 22 Jalqabu

Faarfannaa 26 (212)

Daq. 10: Beeksisa gumii. Gabaasa herregaafi buusii gumiin godheef xalayaan galateeffannaa waajjira dameerraa ergame yoo jiraate dubbisi. Barreeffama Amajjiitti raabsamu beeksisi, akkaataa itti raabsamu ilaalchisees hojiin argisiisni jaarsaan haa dhihaatu.

Daq. 15: Masaraa Eegumsaa Onkoloolessa - Muddeefi Dammaqaa! Muddee Raabsuuf Qophaa’uu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Barruulee kanarratti yaada gabaabaa erga kennitee booda, mataduree namoota naannoo tajaajilaasaaniitti argaman hawwatu dhaggeeffattoota gaafadhu. Matadureewwan kana keessaa tokko tokkotti fayyadamuudhaan maree jalqabuuf gaaffiifi caqasa barruulee kana utuu hin raabsin dura itti fayyadamuu barbaadan akka dubbatan afeeri. Akkaataawwan dhiheenyaa ful. 8⁠rra jiranitti fayyadamuun hojiin argisiisa haala naannichaaf ta’u dhiheessuun xumuri.

Daq. 20: “Guyyaa Addaa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluuf Itti Namoota Afeerru.” Gumichi qayyabannaa Macaafa Qulqulluu afeeruuf ji’a Amajjii torban kamitti akka karoorfate beeksisi. Yaadawwan keeyyata 3⁠rra jiran erga irra deebitee booda hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.

Faarfannaa 16 (143)

Torban Muddee 29 Jalqabu

Faarfannaa 8 (53)

Qayyabannaa Kitaabaa Gumii:

my seenaa 112-113

Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii:

Dubbisa M.Q.: Mul’ata 15-22

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 13 (124)

Daq. 5: Beeksisa gumii.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 20: “Hojiin Lallabaa Obsa Gaafata.” Yeroo qabaannaan caqasoota yaannisaanii hin kaa’amnerratti dhaggeeffattoonni akka yaada kennan afeeri.

Faarfannaa 29 (222)

Torban Amajjii 5 Jalqabu

Faarfannaa 23 (200)

Qayyabannaa Kitaabaa Gumii:

my seenaa 115 Kutaa 8

Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii:

Dubbisa M.Q.: Uumama 1-5

Lak. 1: Uumama 3:1-15

Lak. 2: Waaqayyo, Waaqa Namaa Hin Yaanneefi Gara-Jabeessadhaa? (bh boq. 1 key. 1-10)

Lak. 3: Waa’ee Hin Baasu Kan Hin Jedhamne Maalidha? (1 Qor. 15:58)

Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 28 (224)

Daq 10: Beeksisa gumii.

Daq. 25: “Karaa Hafuuraa Dhukkubni Laphee Akka Si Hin Qabne Gochuu Dandeessa.” Masaraa Eegumsaa Muddee 1, 2001, ful. 9-13⁠rratti hundaa’uun haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu.

Faarfannaa 11 (85)

[Miiljaleewwan]

Yaada seensaa daqiiqaa tokko hin guunneen jalqabamee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi