Sagantaa Torban Guraandhala 2 Jalqabu
TORBAN GURAANDHALA 2 JALQABU
Faarfannaa 26 (212)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Uumama 21-24
Lak. 1: Uumama 22:1-18
Lak. 2: Macaafni Qulqulluun, Kitaaba Barumsa Gaariifi Raajii Qabatedha (bh boq. 2 key. 10-20)
Lak. 3: Karaawwan Jaalala Namootaaf Qabnu Itti Babal’isuu Dandeenyu (2 Qor. 6:11-13)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 29 (222)
Daq. 5: Beeksisa gumii. Babal’istoonni gabaasa tajaajila ji’a Amajjii akka deebisan yaadachiisi.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Namoota Yaada Maree Dhaabsisu Dubbatan. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 15-20tti fayyadamuudhaan yaada seensaa gabaabaa erga dubbattee booda, namoota tajaajilarratti argannuufi yaada maree dhaabsisu dubbataniif deebii akkamii kennuu akka dandeenyu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Daq. 10: Namoota Macaafa Qulqulluutti Hin Amanne Gargaari. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 63-67rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Yaada mormii Macaafa Qulqulluurratti ka’uuf deebiin akkamii kennamuu akka qabu mari’adhaa. Naannoo tajaajilaa keessanitti mormii beekamaa Macaafa Qulqulluurratti ka’uuf deebiin yeroo kennamu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Faarfannaa 8 (53)