Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Guraandhala: Gammachuu Maatii; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Ebla: Barruulee.
◼ Gumiiwwaniifi tuutawwan afaan Oromootiin geggeeffaman torban Amajjii 26 jalqabuu kaasee kitaaba Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? jedhu qayyabatu.
◼ Gumiiwwan Ayyaana Yaadannoo Kamisa, Ebla 9 erga biiftuun lixxee booda kabajamuuf qophii barbaachisaa gochuu qabu. Gumiiwwan hundi Ayyaana Yaadannoo kana mataa mataasaaniitti akka kabajan isaan jajjabeessina. Galma Mootummaa tokkotti gumiiwwan hedduun kan fayyadaman taanaan, galgala sanaaf gumiin tokko ykn lama galma Ayyaana Yaadannoo itti godhan garabiraa barbaaddatu ta’a. Ayyaanicharratti kan argaman hundi saganticharraa guutummaatti akka fayyadamaniif, danda’amnaan sagantaawwan gidduutti yoo xinnaate daqiiqaan 40ni utuu dhiifamee gaarii ta’a.
◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Afaan Faransaayi: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa, Gaaffii Dargaggootaa—2, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2009, Kaalaandarii 2009, Afaan Oromoo: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2009; Afaan Sidaamaa: T-16; T-21; ( Afaan Walaayittaa: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa; Amaariffa: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa, Barsiisaa Guddicharraa Barachuu, Macaafa Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa Afaan Giriikii, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2009; Ingiliffa: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa, Gaaffiiwwan Dargaggootaa—2, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2009, Kaalaandarii 2009, Indeeksii 2007, Guyyaa Yihowaa CD dhaan; Tigriffa: Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa, Gaaffiiwwan Dargaggootaa—2, Caaffata Qulqullaa’oo Guyyaa Guyyaan Qoruu 2009.