LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/09 ful. 2
  • Sagantaa Torban Guraandhala 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 2/09 ful. 2

Sagantaa Torban Guraandhala 16 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 16 JALQABU

Faarfannaa 23 (200)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 2 key. 4-10 fi saanduqa

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uumama 29-31

Lak. 1: Uumama 29:1-20

Lak. 2: ‘Yaadda’uu’ Kan Hin Qabne Maaliifi? (Mat. 6:25)

Lak. 3: Addunyaa Haaraan Dhihaateera (bh boq. 3 key. 15-24)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 21 (191)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: “‘Wangeelaaf Jecha Waan Hundumaa Godhaa’” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Daq. 15: Tibba Ayyaana Yaadannootti Qajeelchaa Gargaaraa Ta’uu Dandeessaa? Ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin haasawaa miira ho’aadhaan dhihaatu. Ulaagaalee qajeelchaa ta’uuf barbaachisan, akkasumas eebbaafi gammachuu qajeelchaa gargaaraa ta’uun argamsiisu ibsi. Bitootessa, Eblaafi Caamsaatti walga’ii tajaajila dirree dabalataa ilaalchisee qophii gumichi godhe ibsi. Babal’istoota bardheengaddaa qajeelchaa gargaaraa ta’uudhaan tajaajilaa turan lama ykn sadiif gaafannoo godhi. Sagantaasaaniirratti sirreeffama akkamii gochuun isaan barbaachisee ture? Eebbawwan akkamii argatan? Maatiiwwan hundi isaan keessaa namni tokko ykn isaa ol tibba Ayyaana Yaadannootti qajeelchaa gargaaraa ta’uu akkamitti akka danda’u akka mari’atan jajjabeessi.

Faarfannaa 23 (200)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi