Beeksisa
◼ Barreeffamoota raabsaman Guraandhala: Gammachuu Maatii; Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Eblaafi Caamsaa: Barruulee.
◼ Jalqaba torbee Bitootessaa kaasee haasawaan sabaa ilaaltota olaanaa aanaatiin dhihaatu, matadureensaa “Hawwii Biyya Lafaa Duukaa Bu’uu Dhiisuudhaan Mootummicha Hordofaa” kan jedhu ta’a.
◼ Matadureen haasawaa addaa tibba Ayyaana Yaadannoo 2009tti dhihaatu “Amantiin Hundinuu Waaqayyo Biratti Fudhatama Qabuu?” kan jedhu ta’a. Gumiiwwan torban sanatti ilaaltuu olaanaa aanaatiin daawwataman ykn walga’ii aanaa ykn walga’ii addaa qaban, haasawaan sabaa addaa torban ittaanutti kennamuufii danda’a. Gumii kamittiyyuu haasawaan sabaa addaa Ebla 20 dura dhihaachuu hin qabu.
◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Gammachuu Maatii, Jaallee Waaqayyoo Ta’uu Ni Dandeessa!, Waaqayyo Nurraa Maal Barbaada?, Yeroo Duunu Maal Taana?, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’okraasii, Tiraaktota Lak. 19, 20, 22, 27; Ingiliffa: Barsiisaa Guddicha, Gaaffii Dargaggootaa—1, Insaayit, Faarfannaa Galataa CD 8 qabu, Galmawwan Waaqayyoof Ulfina Fidan Hordofaa DVDdhaan; Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Dhugumaan Waaqayyo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?
◼ BARREEFFAMOOTA NU HARKA JIRAN: Amaariffa: Buukleetii Baafata Mataduree Macaafa Qulqulluu, Dammaqinaan Eegaa!, Iskuul eend Jehovaas Wiitinasis; Ingiliffa: Kitaaba Waggaa 2007, Jildii Masaraa Eegumsaa 2005; kaaseettota: Barsiisaa Guddicha, Yihowaatti Dhihaadhaa, Heeriteej (diraamaa); kaasseettii viidiyoo: Parpil Tiraayaangil, Za Baayibil—Akkuureet Histirii, Za Baayibil —Ooldesti Moodern Buuk, Za Baayibil —Itis Paawer, Tuu za Eends oov za Eerzi, Istand Ferm, Aasooseeshin oov Biraazers, Feezful Ander Tiraayals.