LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/09 ful. 8
  • Sagantaa Torban Bitootessa 2 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 2 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 2 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 2/09 ful. 8

Sagantaa Torban Bitootessa 2 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 2 JALQABU

Faarfannaa21 (191)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 2 key. 18-23fi saanduqa ful. 13

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uumama 36-39

Lak. 1: Uumama 39:1-16

Lak. 2: Masiihiicha Isa Abdachiifame Beekuu (bh boq. 4 key. 1-9)

Lak. 3: Rakkoo Ilmaan Namootaatiif Furmaata Kan Argamsiisu Mootummaa Waaqayyoo Qofadha (rs ful. 155 key. 1– 156 key. 1)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 13 (124)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Maqaa Waaqayyoo Beeksisuu. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 273-274⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaa miira ho’aan dhihaatu.

Daq. 10: Gaaffiiwwan Waa’ee Dhiiga Fudhachuu Ilaalchisee Ka’aniif Deebii Kennuu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 73-75⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin taasifamu. Qajeelchaan tokko kitaaba Ragaa Dhiheessuutti fayyadamee gaaffii waa’ee dhiigaa gaafatameef akkamitti deebii kennuu akka danda’u kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.

Daq. 10: Barreeffama Bitootessatti Raabsamu. Qabiyyee barreeffamichaa gabaabsii ibsi. Dhaggeeffattoonni gaaffiifi caqasa itti fayyadamuu barbaadan ilaalchisee akka yaada kennan gaafadhu? Hojiin argisiisni tokko ykn lama haa dhihaatu.

Faarfannaa 17 (187)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi