Sagantaa Torban Bitootessa 9 Jalqabu
TORBAN BITOOTESSA 9 JALQABU
Faarfannaa 21 (191)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Uumama 40-42
Lak. 1: Uumama 40:1-15
Lak. 2: Yesus Nama Akkamii Ture? (bh boq. 4 key. 10-19)
Lak. 3: Yaada Ofiin Geggeeffamuurraa Of Eegaa!
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 7 (51)
Daq. 5: Beeksisa. Babal’istoota tokko ykn lamaaf barruulee raabsuuf akkaataa dhiheenyaa isaan itti fayyadamaniifi deebii namni isaan haasofsiisan kenne akka dubbatan afeeri.
Daq. 15: Yeroo Namootaaf Ibsa Kennuun Barbaachisu. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii jedhuufi mataduree xiqqaa ful. 177rra jirurratti hundaa’uudhaan haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Babal’isaan tokko, nama wajjin hojjetuuf ykn wajjin baratuuf waa’ee amantii keenyaa ilaalchisee, gaaffii isaa dhihaateef akkamitti deebii kennuu akka danda’u kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu. Babal’isichis ‘arraba laafaafi safuudhaan’ deebii kenna.—1 Phe. 3:15, 16.
Daq. 15: “Ayyaana Yaadannootiif Akka Gaariitti Qophaa’aa.” Haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Ayyaana Yaadannoo ilaalchisee qophii gumichi godhe gabaabsii ibsi.
Faarfannaa 12 (113)