LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/09 ful. 6
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 3/09 ful. 6

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Bitootessa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Eblaafi Caamsaa: Barruulee; Waxabajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

◼ Masaraan Eegumsaafi Dammaqaa! haaraan akkuma gumii ga’een obbolootaaf kennamuu qaba. Kunimmoo babal’istoonni tajaajilarratti ba’anii utuu hin raabsin dura, qabiyyee barruulee kanaa wajjin akka gaariitti walbaruuf isaan gargaara.

◼ BARREEFFAMOOTA HAARAA NU HARKA JIRAN: Sidamaa: Jaallee Waaqayyoo Ta’uu Ni Dandeessa!

◼ BARREEFFAMOOTA AMMAS NU HARKA JIRAN: Afaan Oromoo: Barumsa Macaafa Qulqulluu, Jaallee Waaqayyoo Ta’uu Ni Dandeessa!; Amaariffa: Jaallee Waaqayyoo Ta’uu Ni Dandeessa!; Ingiliffa: Riil Fireendis DVDdhaan, Dubbisuufi Barreessuu Barachuuf Carraaqqii Godhi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi