Sagantaa Torban Ebla 6 Jalqabu
TORBAN EBLA 6 JALQABU
Faarfannaa 9 (37)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Ba’uu 7-10
Lak. 1: Ba’uu 9:1-19
Lak. 2: Dinqisiifannaa Furichaaf Qabdu Argisiisuu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 5 key. 18-22)
Lak. 3: Galaatiyaa 6:2, Galaatiyaa 6:5 Wajjin Walsimsiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 12 (113)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Ragaa Amansiisaa Dhiheessuu Kan Dandeenyu Akkamitti? Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii jedhu ful. 255-257rratti hundaa’uudhaan haasawaa miira ho’aan dhihaatu.
Daq 20: Dargaggootaa—Jireenya Keessanitti Maal Gochuu Yaaddu? Tiraaktii kanarratti hundaa’uudhaan maree jaarsi tokko dhaggeeffattootaa wajjin godhu. Dargaggoota cuuphamaniifi fedhii Mootummichaaf dursa kennaa jiran galateeffadhu. Dargaggoota ijoollummaadhaa kaasanii tajaajila yeroo guutuurratti hirmaachaa jiran tokko tokkoof gaafannoo gabaabaa godhi. ‘Murtoo akkasii gochuuf kan si kakaase maalidha? Eebbawwan akkamii argatteetta?’
Faarfannaa 25 (204)