LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/09 ful. 5
  • Sagantaa Torban Bitootessa 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 3/09 ful. 5

Sagantaa Torban Bitootessa 30 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 30 JALQABU

Faarfannaa 14 (117)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 3 key. 23-26 fi saanduqa

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Ba’uu 1-6

Lak. 1: Ba’uu 1:1-19

Lak. 2: Furiin Faayidaa Maalii Siif Argamsiisa? (bh boq. 5 key. 9-17)

Lak. 3: Fayyisuun Bara Keenyatti Raawwatamu Hafuura Waaqayyootiin Hojjetamaa? (rs ful. 157-158 key. 2)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 17 (187)

Daq. 5: Beeksisa. Beeksisa Ayyaana Yaadannoo ilaallatu kamiyyuu dabalii ibsi.

Daq. 15: Namoota Fedhii Qabaniifi Ayyaana Yaadannoorratti Argaman Gargaaruuf Qophaa’aa. Haasawaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Babal’istoonni, namoota Macaafa Qulqulluu qayyabsiisan, obboloota karaa hafuuraa dadhaban, namoota beekaniifi miseensota maatiisaanii warra Ayyaana Yaadannoorratti argaman gargaaruu akka qaban yaadachiisi. (Tajaajila Mootummaa Bitootessa 2008, ful. 4 ilaali.) Nama fedhii qabuufi Ayyaana Yaadannoorratti argame tokko, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akkamitti jalqabsiisuu akka danda’amu kan argisiisu hojiin argisiisni gabaabaan haa dhihaatu. Dubbisni Macaafa Qulqulluu tibba Ayyaana Yaadannoo Dilbata, Ebla 5 akka jalqabu yaadachiisi. Kanaa wajjin haala wal qabateen yaada hojiirra ooluu danda’u kennuun ni danda’ama.

Daq. 15: “Macaafa Qulqulluu—Kitaaba Dhugaafi Raajii Qabate.” Yaada seensaa daqiiqaa tokko hin guunneen jalqabuudhaan gaaffiifi deebiidhaan dhiheessi.

Faarfannaa 15 (127)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi