Sagantaa Torban Caamsaa 25 Jalqabu
TORBAN CAAMSAA 25 JALQABU
Faarfannaa 11 (85)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Bau. 34-37
Lak. 1: Bau. 37:1-24
Lak. 2: “Warri Du’anii Awwaalaman” Hundi Ni Ka’u (bh boq. 7 key. 16-25)
Lak. 3: Gadhiisiitti Jiraachuu Jechuun Maal Jechuudha? Irraa Fagaachuu Kan Qabnu Maaliifi?
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 22 (130)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Masaraa Eegumsaa Ebla-Waxabajjiifi Dammaqaa! Waxabajjii Raabsuuf Qophaa’uu. Barruulee kana ilaalchisee irra deebii gabaabaa erga dubbattee booda, mataduree isaan irratti qophaa’an, akkasumas mataduricha maaliif akka filatan dhaggeeffattoonni akka dubbatan afeeri. Gaaffiiwwaniifi caqasoota matadureewwan kana beeksisuudhaan raabsuuf filatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu. Barruuleen kun akkamitti akka raabsaman kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Daq. 10: Waa’ee Yesus Dhugaa Ba’uu. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajilaa jedhu ful. 275 kaasee hanga keeyyata tokkoffaa ful. 276rratti hundaa’uudhaan haasawaan kan dhihaatu.
Daq. 10: “Barreeffamoota Keenya Akka Gaariitti Itti Fayyadamaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Baay’ina barreeffamoota gumichi ajajuufi garaagarummaa baay’ina barreeffamoota raabsaman gidduu jiru ibsi.
Faarfannaa 4 (43)