Sagantaa Torban Waxabajjii 15 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 15 JALQABU
Faarfannaa 21 (191)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lew. 6-9
Lak. 1: Lew. 8:1-17
Lak. 2: ‘Fayyisuutti Ni Amantaa?’ (rs ful. 161 key. 5–6)
Lak. 3: Wantoonni Bara Keenyatti Akka Raawwataman Macaafa Qulqulluurratti Dubbataman Maalfa’i? (bh boq. 9 key. 1-9)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 13 (124)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Misiraachicha Lallabaa. Kitaaba Mana Barumsa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 279, key. 1-4rratti hundaa’uudhaan haasawaa miira ho’aadhaan dhihaatu.
Daq. 10: Nama, ‘Jijjiirama Tirannaattan Amana’ Jedhu Yeroo Nu Mudatu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu ful. 127-129rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Nama, ‘Waaqayyo karaa jijjiirama tirannaatiin nama uume’ jedhuuf deebiin akkamitti akka kennamu kan argisiisu hojiin argisiisni haa dhihaatu.
Daq. 10: “Barsiisuuf Akka Gaariitti Qophaa’aa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 22 (130)