Sagantaa Torban Fulbaana 21 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 21 JALQABU
Faarfannaa 7 (51)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 30-32
Lak. 1: Lak. 32:1-15
Lak. 2: Dhiigaaf Ulfina Akka Kenninu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti? (bh boq. 13 key. 10-19)
Lak. 3: Abdiin Samiirra Jiraachuu Kiristiyaanota Hundumaaf Kan ta’udhaa? (rs ful. 164 key. 3-165 key. 2)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 17 (187)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaanaafi Dammaqaa! Fulbaanaa Raabsuuf Qophaa’u. Qabiyyee barruulee kanaa gabaabsii ibsi. Dammaqaa! maxxansa addaa Onkoloolessaarraa, mataduree namoota naannoo tajaajilaasaanii hawwachuu danda’u dhaggeeffattoonni akka dubbatan gaafadhu. Qajeelchaa akkaataawwan dhiheenyaa akka gaariiti dhiheessuu danda’u tokkoof gaafannoo erga gootee booda, Dammaqaa! kanatti fayyadamee hojiin argisiisa tokko akka dhiheessu godhi.
Daq. 10: Yeroo Namni, ‘Fedhii Hin Qabu’ Jedhu Nu Mudatu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu jedhamu ful. 16rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Babal’isaan tokko yaadawwan kitaabicharra jiran tokko ykn lamatti fayyadamee, hojiin argisiisa akka dhiheessu godhi.
Daq. 10: “Macaafa Qulqulluutti Akka Gaariitti Fayyadamaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 9 (37)