LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/09 ful. 4
  • Beeksisa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Beeksisa
  • Tajaajila Mootummaa—2009
Tajaajila Mootummaa—2009
km 10/09 ful. 4

Beeksisa

◼ Barreeffamoota raabsaman Onkoloolessa: Barruulee; Sadaasa: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?; Muddee: Gammachuu Maatii; Amajjii: Macaafni Qulqulluun Maal Barsiisa?

◼ Sagantaan Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii waggaa, kana booda miiltoo Tajaajila Mootummaa ta’ee hin ba’u. Kanaa mannaa, sagantaan waggaa kun gumiiwwan hundaaf kan ergamu si’a ta’u, koppiin sagantaa kana tokko gabatee beeksisaa Galma Mootummaarratti maxxanfama. Koppiin inni tokkommoo, kutaawwan kennuuf akka itti fayyadamuuf ilaaltuu olaanaa mana barumsaatiif kennama. Babal’istoonni, akkuma kanaan duraa ji’a ji’aan Tajaajila Mootummaa dhuunfaasaanii ni argatu. Sagantaan Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii, Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiifi Walga’ii Tajaajilaas achirratti argama.

◼ Gumiiwwaniifi tuutawwan afaan Oromootiin geggeeffaman Torban Amajjii 11, 2010, jalqabuu kaasee kitaaba “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa” jedhamu Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumiirratti qayyabatu. Gumiiwwan kitaabni kun isaan barbaachisu ajaja barreeffamaa ittaanurratti gaafachuu qabu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi