Sagantaa Torban Sadaasa 2 Jalqabu
TORBAN SADAASA 2 JALQABU
Faarfannaa 23 (200)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 14-18
Lak. 1: Kes. 15:1-15
Lak. 2: Waaqayyoon Sodaachuun Maalfaa Dabalata?
Lak. 3: Maal Gochuu Yaadda? (bh boq. 15 key. 15-20)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 16 (143)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Guyyaa addaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqaban namoota afeerrutti muuxannoo argatan akka dubbatan babal’istoota dursitee filatte gaafadhu. Guyyaan qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqaban namoota afeerru yoom akka ta’e dubbadhu; akkasumas hojiin argisiisni gabaabaan yommuu qayyabannaa kana afeeran argisiisu tokko ykn lama haa dhihaatu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Xalayaadhaan Dhugaa Ba’aa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii ful. 71-73rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu.
Faarfannaa 7 (51)