LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/09 ful. 2
  • Sagantaa Torban Sadaasa 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 11/09 ful. 2

Sagantaa Torban Sadaasa 16 Jalqabu

TORBAN SADAASA 16 JALQABU

Faarfannaa 22 (30)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 14 key. 1-9

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Kes. 23-27

Lak. 1: Kes. 25:1-16

Lak. 2: Utuu Isaan Hin Aarsin Warra Kaaniif Waa’ee Amantiikee Ibsuu Kan Dandeessu Akkamitti? (bh boq. 16 key. 11-19)

Lak. 3: Wantoonni Akka Qulqulluutti Ilaaluu Qabnu Maalidha?

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 21 (191)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Kan Hubattaniifi Garaa Namootaa Kan Tuqxan Ta’aa. Haasawaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 258, key. 1 hanga ful 259, key. 3⁠rratti hundaa’uudhaan dhihaatu.

Daq. 10: Namoota Fedhii Qaban Gara Jaarmiyaa Yihowaatti Qajeelchuu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu, ful. 99, key. 1-3⁠rratti hundaa’uudhaan maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan yaada kitaabicharra jiru tokko ibsu akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: “Hafuura Gubaa Qabaadhaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 2 (15)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi