Sagantaa Torban Sadaasa 23 Jalqabu
TORBAN SADAASA 23 JALQABU
Faarfannaa 6 (45)
❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: Kes. 28-31
Lak. 1: Kes. 30:1-14
Lak. 2: Kadhannaadhaan Waaqayyotti Dhihaachuu Kan Qabnu Maaliifi? (bh boq. 17 key. 1-8)
Lak. 3: Caaffanni Qulqullaa’oon “Tuuta Sonaan Baay’ee” Ilaalchisee Abdii Akkamii Kenna? (rs ful. 167 key. 5–168 key. 2)
❑ Walga’ii Tajaajilaa:
Faarfannaa 29 (222)
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 5: Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Raabsuuf Qophaa’aa. Matadureewwan fedhii namoota naannoo keessanii caalaatti hawwachuu danda’an kam akka ta’an dubbadhu. Babal’isaan muuxannoo qabu tokko, babal’isaa haaraa tokko barruulee raabsuuf akka qophaa’u yeroo isa arginu kan argisiisu hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.
Daq. 25: “Naannoo Tajaajilaa Afaan Biyya Alaa Guddisuu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata arfaffaarratti erga mari’attanii booda, babal’isaan tokko yaada seensaa ibsametti fayyadamee hojiin argisiisni akka dhiheessu godhi.
Faarfannaa 26 (212)