LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/10 ful. 1
  • Torban Bitootessa 8 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Bitootessa 8 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 8 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 3/10 ful. 1

Torban Bitootessa 8 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 8 JALQABU

Faarfannaa 20

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 4 key. 1-11

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 1-4

Lak. 1: 1 Sam. 2:18-29

Lak. 2: Hamoonni Barabaraaf Dhiphatuu? (rs ful. 172 key. 1-3)

Lak. 3: Caaffanni Qulqullaa’oon, Yihowaan Ijoollee Akka Jaallatu Argisiisu

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 5

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Yeroo Lallabdu Akka Dhaga’amutti Sagaleekee Ol Kaastee Dubbattaa? Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 109, keeyyata 2⁠rraa jalqabee hanga dhuma boqonnichaarratti hundaa’ee dhihaatu.

Daq. 20: “Kennaasaa Isa Hunda Caaluuf Waaqayyoon Galateeffachuu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 3⁠rratti erga mari’attanii booda, qophii tajaajilaa waraqaa afeerrii addaa Ayyaana yaadannoo raabsuuf godhame caqasi. Qajeelchaa gargaaraan tokko akkamitti waraqaa afeerrii akka raabsu hojiin argisiisa akka dhiheessu godhi. Achiis, qajeelchaa gargaaraa ta’uuf akkamitti sagantaa baafachuu akka danda’eefi bu’aa maalii akka argate isa gaafadhu.

Faarfannaa 8

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi