LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/10 ful. 2
  • Sagantaa Torban Bitootessa 15 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 15 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 15 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 3/10 ful. 2

Sagantaa Torban Bitootessa 15 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 15 JALQABU

Faarfannaa 10

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 4 key. 12-21, saanduqa ful. 42

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 5-9

Lak. 1: 1 Sam. 6:1-9

Lak. 2: Seexanaafi Hafuurota Hamoo Mormuu Kan Dandeenyu Akkamitti?

Lak. 3: Ulaagaa Nama Hiriyaa Gaa’elaakee Akka Ta’u Barbaaddurraa Eegdu (fy ful. 18-22 key. 11-15)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 44

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Kitaaba waggaa 2010⁠tti akka gaariitti fayyadamaa. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. “Xalayaa Qaama Olaanaarraa Ergame” irratti mari’adhaa. Kitaaba Waggaarraa muuxannoowwan tokko tokko filadhuutii, tajaajila keenyarratti akkamitti akka nu gargaaran ibsi. Dhaggeeffattoonni, gabaasa addunyaarratti wanta isaan dinqisiise ilaalchisee yaada akka kennan afeeri. Hundumtuu Kitaaba Waggaa guutummaatti akka dubbisan jajjabeessuudhaan xumuri.

Daq. 15: “Hojii Hunda Caalaa Barbaachisaa Ta’e.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 3⁠rratti erga mari’attanii booda, babal’isaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu guddina argisiisu geggeessaa tureef gaafannoo godhi. Namni Macaafa Qulqulluu qayyabachaa ture sun jijjiiramawwan akkamii godheera? Kunoo babal’isaa isa qayyabsiise sanarratti jijjiirama akkamii fideera?

Faarfannaa 17

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi