LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/10 ful. 5
  • Torban Bitootessa 29 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Bitootessa 29 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 29 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 3/10 ful. 5

Torban Bitootessa 29 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 29 JALQABU

Faarfannaa 45

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv kutaa dabalataa ful. 209-211

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 14-15

Lak. 1: 1 Sam. 14:24-35

Lak. 2: Karaawwan Itti Yihowaatti Dhihaachuu Dandeenyu (Yaq. 4:8)

Lak. 3: Waadaa Galuu Keenya Dura Wantoota Irratti Yaaduu Qabnu (fy ful. 22-23 key. 16-19)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 2

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuu. Guyyaa qayyabannaan Macaafa Qulqulluu akka jalqaban namoota itti afeertan dubbadhu. Babal’isaa qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiiseefi qayyabsiisaa jiruuf gaafannoo godhi. Yaanni seensaa naannoo tajaajilaasaatti bu’a qabeessa ta’ee argate maalidha? Deddeebii gaaffii yeroo godhu maal yaadatti qabatee dhaqa? Yaada seensaa itti fayyadame tokko hojiin argisiisaan akka dhiheessu godhi.

Daq. 10: Hojii Barbaachaa Hunda Caalurratti Hirmaadhaa! Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamurraa mataduree xiqqaa, “Namoota Isaaniif Ta’u Barbaadanii Argachuu” jedhuufi fuula 95⁠rra jirurratti hundaa’ee dhihaatu.

Daq. 10: “Yeroo Manaa Gara Manaa Tajaajiltan Gargaartuu Gaarii Ta’aa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 39

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi