Torban Ebla 12 Jalqabu
TORBAN EBLA 12 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 19-22
Lak. 1: 1 Sam. 21:1-9
Lak. 2: Wantoota Yihowaan Jibbuuf Ilaalcha Akkamii Qabaachuu Qabna? (Fak. 6:16-19)
Lak. 3: Wal Qorannaan Keessan Ulfina Qabeessa Haata’u, Jireenya Guyyaa Cidhaa Booda Jiruuf Yaadaa (fy ful. 24-6 key. 20-3)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Dhaggeeffattoonni Akka Yaadan Jajjabeessuudhaan Garaasaanii Tuqaa. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 58, keeyyata 3 kaasee hanga dhuma mataduree xiqqaa fuula 59rra jiruurratti hundaa’ee dhihaatu.
Daq. 20: “Karaa Nama Amansiisuun Barsiisaa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Keeyyata 4rratti erga mari’attanii booda, qajeelchaan tokko yaadawwan mataduree kana keessatti ka’anii wajjin haala walsimuun, kitaaba Barumsa Macaafa Qulqulluutti fayyadamee akkamitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu jalqabsiisuun akka danda’amu hojiin argisiisaan akka dhiheessu godhi.