Torban Ebla 26 Jalqabu
TORBAN EBLA 26 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv kutaa dabalataa ful. 212-214rra jiru
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sam. 26-31
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 5: Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! raabsuuf Qophaa’aa. Qajeelchaan tokko hojiin argisiisa Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! dhiheenyatti ba’e yeroo raabsu argisiisu akka dhiheessu gochuudhaan jalqabi. Mataduree, gaafiifi caqasa dhaggeeffattoonni itti fayyadamuuf yaadan gabaabsii isaan gaafadhu.
Daq. 25: Akka Gumichaaf Barbaachisutti Itti Fayyadamaa.