LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/10 ful. 1
  • Torban Caamsaa 10 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Caamsaa 10 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 10 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 5/10 ful. 1

Torban Caamsaa 10 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 10 JALQABU

Faarfannaa 33

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 6 key. 10-15, saanduqa ful. 67

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 4-8

Lak. 1: 2 Sam. 6:1-13

Lak. 2: Yesus, Hamoonni Erga Du’anii Booda Akka Dhiphatan Barsiiseeraa? (rs ful. 175 key. 1)

Lak. 3: Sassanni Waaqayyolii Tolfaman Waaqessuu Kan Ta’e Maaliifi? (Efe. 5:5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 25

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Namoota Naannoo Tajaajilaa Keessan Keessa Jiran Gargaaraa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 188, keeyyata 4 kaasee hanga dhuma fuula 189⁠rratti hundaa’ee, maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Nama warri kaan karaa hafuuraa guddina akka argisiisu isa gargaaran tokkoof gaafannoo godhi.

Daq. 10: Galmi Mootummaa Qulqulluu Ta’e Yihowaaf Ulfina Argamsiisa. Haasaa jaarsaan dhihaatu. Yihowaan Waaqa qulqulluu waan ta’eef, sabasaa gidduutti qulqullinni qaamaa dursi kennamuufii qaba. (Bau. 30:17-21; 40:30-32) Bakka waaqeffannaa keenya qulqulluufi akka gaariitti kan suphame gochuudhaan, Yihowaaf ulfina argamsiisna. (1 Phe. 2:12) Obboleessa gumii keessan keessatti qulqullina eegsisuufi hojii suphaarratti qindeessaa ta’eef gaafannoo godhi. Galmi Mootummaa akka gaariitti qabamuusaatiin namoota kaaniif dhugaa ba’uusaa ilaalchisee, muuxannoo gumii keessanitti ykn barreeffamarraa argatte dubbadhu. Hundumtuu hojii Galma Mootummaa sirriitti qabuu wajjin walqabaterratti akka hirmaatan jajjabeessi.

Daq. 10: “Wangeelli Mootummaa Kun In Lallabama!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 21

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi