LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/10 ful. 2
  • Torban Caamsaa 17 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Caamsaa 17 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN CAAMSAA 17 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 5/10 ful. 2

Torban Caamsaa 17 Jalqabu

TORBAN CAAMSAA 17 JALQABU

Faarfannaa 49

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 6 key. 16-23

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 9-12

Lak. 1: 2 Sam. 10:1-12

Lak. 2: Yesus Barumsisaa Caaffata Qulqullaa’oorratti Akka Hundaa’u Kan Godhe Maaliifi? (Yoh. 7:16-18)

Lak. 3: Gaa’elli Akka Itti Fufuuf, Wanta Barbaachisaa Isa Jalqabaa (fy ful. 27-9 key. 1-6)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Yeroo Boqonnaakeetti Qajeelchaa Gargaaraa Ta’uu Ni Dandeessaa? Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Ulaagaalee kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu fuula 112-113⁠rratti ibsaman gabaabsii caqasi. Babal’istoota yeroo hojiirraa ykn barumsarraa boqotanitti qajeelchaa gargaaraa ta’an eebba akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 10: Tooftaalee Misiraachicha Itti Lallabnu—Karaa Alidilee Ta’een Lallabuu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu, fuula 101, keeyyata 2 hanga fuula 102, keeyyata 2⁠rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Muuxannoowwan gaarii naannoo keessanitti karaa alidilee ta’een lallabuudhaan argaman tokko ykn lama, akka dubbataman ykn hojiin argisiisaan akka dhihaatan godhi.

Daq. 10: “Tajaajiltoonni Kiristiyaana Ta’an Kadhachuun Isaan Barbaachisa.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 51

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi