Torban Waxabajjii 7 Jalqabu
TORBAN WAXABAJJII 7 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 19-21
Lak. 1: 2 Sam. 19:11-23
Lak. 2: Ayyaanni Qillee Macaafa Qulqulluurratti Kan Hundaa’edhaa? (rs ful. 176 key. 2-177 key. 1)
Lak. 3: Karaawwan Seexanni, Akka Dhugaa Hin Hubanneef Namoota Itti Jaamsu (2 Qor. 4:4)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Karaa Namoonni Hubachuu Danda’aniin Lallabaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 226-229rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Tooftaalee Misiraachichi Ittiin Lallabamu—Naannoowwan Afaan Addaddaa Itti Dubbatamutti Lallabuu. Kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaa’uu jedhamu, fuula 107, keeyyata 2-3rratti hundaa’ee maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiif gaafannoo gabaabaa godhi. Gumiin afaan biyya alaa naannoo keessanitti tajaajilu jiraa? Hamma namoonni nuffanitti manni tokko irra deddeebi’amee akka hin rurrukutamne, gumii kanaa wajjin walta’iinsaan hojjechuuf qophiin akkamii godhameera?