LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/10 ful. 1
  • Torban Waxabajjii 14 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Waxabajjii 14 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 14 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 6/10 ful. 1

Torban Waxabajjii 14 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 14 JALQABU

Faarfannaa 48

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv kutaa dabalataa ful. 215-217

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Sam. 22-24

Lak. 1: 2 Sam. 22:1-20

Lak. 2: Seerichi Eegduu Ta’uudhaan Gara Kiristositti Kan Geesse Akkamitti? (Gal. 3:24, hiika bara 1899)

Lak. 3: Dhiironni Mataa Maatii Ta’an Fakkeenya Kiristos Hordofuu Qabu (fy ful. 31-3 key. 11-15)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 10

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Maal Raawwanneerra? Marii dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Sochii tibba Ayyaana Yaadannootti godheef gumicha galateeffadhuutii, wanta raawwatame ibsi. Dhaggeeffattoonni muuxannoo gammachiisa yeroo qajeelchaa gargaaraa turanitti argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 10: Akka Gaariitti Barsiisuun Wanta Baratan Hojiirra Akka Oolchan Gargaaruu Dabalata. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 60⁠rratti hundaa’ee dhihaatu.

Daq. 10: “Iji Keessan Fayyaadhaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 7

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi