LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/10 ful. 2
  • Torban Waxabajjii 21 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Waxabajjii 21 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 21 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 6/10 ful. 2

Torban Waxabajjii 21 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 21 JALQABU

Faarfannaa 52

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 8 key. 1-10

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 1-2

Lak. 1: 1 Mot. 1:1-14

Lak. 2: Ogeessonni Urjiin Gara Yesusitti Isaan Geesse Eenyu? (rs ful. 177 key. 2-4)

Lak. 3: Waaqayyoof Abboomamuun Keenya Qaamaanis Ta’e Karaa Hafuuraa Kan Nu Gargaaru Maaliifi?

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 1

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Barreeffama Ji’a Adoolessaatti Raabsamu. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Bifawwan barreeffamni ji’a Adoolessaatti raabsamu qabu gabaabsii ibsi. Achiis, akkaataan dhiheenyaa tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 15: “Macaafa Qulqulluu Akka Qayyabatan Afeeruuf Yeroo Hunda Qophaa’aa Ta’i.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. “Ijoo Gabaasa Tajaajilaa” Tajaajila Mootummaa 10/05 caqasi. Nama barreeffama ji’a Adoolessaa keessa raabsame fudhate tokkoof deddeebiin gaaffii yeroo godhamutti, tiraaktii Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? jedhamutti fayyadamanii akkamitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabsiisan kan argisiisu hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 47

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi