LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/10 ful. 1
  • Torban Adoolessa 12 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Adoolessa 12 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN ADOOLESSA 12 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 7/10 ful. 1

Torban Adoolessa 12 Jalqabu

TORBAN ADOOLESSA 12 JALQABU

Faarfannaa 32

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 9 key. 1-12, saanduqa ful. 101

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 1 Mot. 9-11

Lak. 1: 1 Mot. 9:10-23

Lak. 2: Barsiifata Ayyaana Qillee Yommuu Qorru, Maal Tilmaama Keessa Galchuu Qabna? (rs ful. 178 key. 1–3)

Lak. 3: Akka Itti Kiristiyaanonni Dhugaa Ogummaa Isa Waaqarraa Calaqqisan (Yaq. 3:17)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 39

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 15: Yaadawwan Tajaajila Mootummaarratti Ba’anitti Fayyadamuuf Yaalteettaa? Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Yaadawwan Tajaajila Mootummaa dhiheenya kana ba’an kanarra jiran gabaabsii ibsi: “Rakkoowwan Dhiirotaaf Akka Dhugaa Hin Baane Nu Taasisan Mo’uu ” (8/09), “Nuti Yeroo Hunda Dhugaa Baatota” (11/09), akkasumas “Yeroo Manaa Gara Manaa Tajaajiltan Gargaartuu Gaarii Ta’aa” (3/10). Dhaggeeffattoonni yaadawwan matadureewwan kanarratti ba’an akkamitti hojiirra akka oolchaniifi faayidaa akkamii akka argatan akka dubbatan afeeri.

Daq. 15: “Wanta Dursa Kennuufii Qabnu.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 55

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi