LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/10 ful. 7
  • Torban Hagayya 30 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Hagayya 30 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN HAGAYYA 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 8/10 ful. 7

Torban Hagayya 30 Jalqabu

TORBAN HAGAYYA 30 JALQABU

Faarfannaa 44

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 11 key. 10-19

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Mot. 9-11

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 49

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: “Fuula Duubaatti Fayyadamtanii Beektuu?” Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun kan dhihaatu. Yaada barruu sanarra jirutti fayyadamuudhaan hojiin argisiisni Masaraan Eegumsaa Adoolessaa—Fulbaanaa, 2010 akkamitti akka raabsamu argisiisu akka dhihaatu godhi. Achiis yaadawwan Dammaqaa! Fulbaanaarra jiran tokko ykn lamatti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffiiwwaniifi caqasoota itti fayyadamuu barbaadanirratti akka yaada kennan godhi. Akkaataan dhiheenyaa Dammaqaan! kun itti raabsamu akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Karaa Alidilee Ta’een Dhugaa Ba’uu Ni Dandeessu!”—Kutaa 2. Keeyyata 9-13fi saanduqa ful. 6⁠rra jirurratti hundaa’ee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 31

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi