Torban Onkoloolessa 4 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 4 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 12 key. 15-22, saanduqa ful. 140
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 1-4
Lak. 1: 1 Sen. 1:1-27
Lak. 2: Naga Qabeeyyii Ta’uu Jechuun Maal Jechuudha? (1 Phe. 3:10-12)
Lak. 3: Garaadhaa Wal Galateeffachuun, Maatiidhaaf Faayidaa Maalii Argamsiisuu Danda’a? (fy ful. 49-50 key. 21-2)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Sa’aatii Tajaajilarratti Dabarsine Kan Gabaasnu Maaliifi? Kitaaba Gurmaa’uu jedhamu ful. 88 key. 1 hanga ful. 90 key. 1rratti hundaa’ee haasaa barreessaa gumiitiin dhihaatu.
Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.
Daq. 10: Isaan Barsiisuudhaan Bartoota Godhaa. (Mat. 28:19, 20) Kitaaba Waggaa 2010 ful. 8 key. 3 hanga ful. 10 key. 2rratti hundaa’ee mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni muuxannoo irratti mari’attanirraa barumsa argatan ilaalchisee yaada akka kennan gaafadhu.